Namni karaa garaa gara horta kaan qabeenya, kaan horii, ani soromuuf hin dhalanne. Rakkinni narraa fagaate hin beeku garuu agabu hin bulle. Kitaaba bareessutti mana koyyuu gurgureera. Waani waaqni natti waakkate hin jiru akka beekumsaatiin, akka Oromummaa kootinis. Dr Gammachuu