Har'a iddoo kaleessa turre hin jirru. Boris iddoo har'aatti hin argamnu. Nu imaltuu kaayyooti. Gara galma keenyatti qaxxisna. Iddoo diinonni keenya itti nu yaadan hin jirru. Galma ga'uuf kaayanne irraa immoo humni nu dhaabu hin turre, hin jiraatus!
โค๐โค
Yaa kutataa ilmaa
Kan hin beekne sodaa
Du'attuu si yaamee
Ani maalan godhaa?!
Ilma gaafa roorroo
Ilma gaafa falmaa
Deemsi isan eegaltan
Sirriiqee ga'aa galmaa!