Top Tweets for #JIMMAA
Discover Jimmaa — where rich heritage, lush landscapes, the birthplace of Ethiopian coffee, & emerging MICE opportunities come together. A destination for culture, nature, business, and unforgettable experiences.
Ethiopia Land of Origins
#Jimmaa #VisitOromia #EthiopianHeritage

#Jimmaa
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!
Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.
https://t.co/UlC9sfiaaN
#Jimmaa
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!
#Jimmaa
Bitooteessa 24: Bu’uura Jijjiiramaa fi
Hundee Badhaadhina Itoophiyaa!
Imalli jijjiiramaa bitootessa 24, 2010 akka biyyaatti eegalame, injifannoo fi milkaa'inoota gurguddoo ta’aniinis mirkaneessaa waggoota 8 lakkoofsiseera. Waggootan saddeettan dabarsine milkaa'inoota

Ilaalama Mootummaa Idamauutiin guddina dameewwanii
Daawwannaa leenjitoota kilaastara #Jimmaa suur-sagaleen
በመደመር መንግስት እይታ የዘርፎች አመርታ
የ#ጅማ ክላስተር ሰልጣኝ አመራሮች የመሥክ ጉብኝት በፎቶ
Only work and work
#jimmaa
#Jimmaa Abbaa jifaar
Bulchiinsi magaalaa #Jimmaa Artist Sittiinaa Abbaa Duulaa fi Nafiisaa Abdulhaakimiif lafa mana jireenyaa kenne
Artisti gameettii Sittiinaa Abbaa Duulaa sirba 'burtukaanii miti hadha'adha, kun jaalala mitii maraachaadha' jedhuun beekamti.
https://t.co/fq7RfwTgFq

تصدير الأفاكادو والموز الإثيوبي
تحتل الفواكه والخضروات مساحات شاسعة من الأراضي الزراعية الإثيوبية في مختلف المناطق وخاصة محافظة #jimmaa وما جاورها وهذه الصورة من احدى المزارع في جنوب غرب اثيوبيا.
#Ethiopia
#البن_الإثيوبي
#الشرق_الإفريقي

#Oromiyaatti namoota mallattoo dhibee busaa agarsiisanii qorataman keessaa 39% ol dhibichi irratti argamuu ibsame
Biiroon Fayyaa Oromiyaa sagantaa sosochii ittisaa fi to'annoo dhibee busaa wiirtuu #Jimmaa, #Naqamtee fi #Shaashamanneetti gaggeesse.
https://t.co/RnIOqJmBWH

Barattoonni Yuunivarsiitii #Jimmaa fi #Madda_Walaabuu dorgommii yaada kalaqaa injifatan
Dorgommii yaada kalaqaa biyyaalessaa irratti barattoonni Yuunivarsiitii Jimmaa fi Madda Walaabuu injifachuun tokkoon tokko isaanii badhaasa Dolaara 2000 argatan.
https://t.co/wbYjCAyEz7

Yunivarsiitiin #Jimmaa 'wanta samiirraa bu'e' jedhame qorachuuf garee ogeeyyii ijaare https://t.co/RjtKVZc2hS
Aanaalee Godina Jimmaa keessatti Jimaata galgala naannoo sa'aatii lamaaf walakkaatti wanti akka sibiilaa fakkaatu sagalee guddaan samiirraa lafatti bu'uun gabaafameera.
Yuunivarsiitiin #Jimmaa barattoota 1,700 ol eebbisiise
Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota kuma 1fi 747 ogummaa garaagaraan sagantaa idilee, gannaa, barnoota fagoofi barnoota galgalaan barsiisaa ture eebbisiiseera.
https://t.co/KzMGLlEaF7

Qabaa Waaqaa!
Konkolaataan hiriiraaf uummata fe'ee gara magaalaa #Jimmaa deemaa jiru rakkoo daandiin qabamee karaatti hafe. Rooba cimaa roobaa jiruun daandiin dhoqqee waan ta'eef haala kanaan qabamee jira. Bu'aa jijjiiramaa PP keessa tokko kana.🤙

#Jimmaa
Waadaa gochaan badhaadhina Itoophiyaatiif!
Magaalaa Jimmaatti Konfiransiin Paartii Badhaadhinaa mata duree "Waadaa gochaan badhaadhina Itiyoophiyaatiif" jedhuun sadarkaa hundeewwan paartiitti gaggeeffamaa jira.

Yunivarsiitiwwan shan sagantaa barnoota teeknolojiin deeggarame (e-learning) eegalchiisan
Yunivarsiitiwwan mootummaa shan (#Finfinnee, #Baahirdaar, #Hawaasaa, #Dirree_Dhawaa fi #Jimmaa) sagantaa barnoota teeknolojiin deeggarame (e-learning) hojii eegalchiisaniiru.

Dargaggoo #Jimmaa birrii dorgommiin argate namoota hospitaalatti rakkataniif oolche https://t.co/BlDO3HSySo
#Abdii_Getaachoo magaala Jimmaa kan jiraatu yoo ta’u, hojiin isaa barreessaadha. Hojii isaa kana cinaatti ammoo miidiyaalee hawaasummaa irrattis hirmaannaa ho’aa taasisa.
#Jimmaa: Warabeessa, Jaldeessaa, Karkarroo fi Booyyeen waltajjii irra jiru. Iftaan xumuru jedhameera. #OromoVoice
Last Seen Hashtags on Sotwe
各大黄色app破解版
Seen from Thailand
HoYoFEST2026
Seen from United States
oscnsfw
Seen from Vietnam
soulsearching
Seen from United States
motopapi
Seen from Mexico
Squirting #bbc
Seen from Saudi Arabia
ควยดารา
Seen from Thailand
snaphack
Seen from United States
minichatt
Seen from United States
characterencoding
Seen from United States
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.5M followers

Barack Obama 
@barackobama
118.8M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.6M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.8M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.3M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
90.1M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
84M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.5M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.5M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.9M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.5M followers

Bill Gates 
@billgates
65.3M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
63.1M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.2M followers

CNN 
@cnn
61.7M followers

X 
@x
60.7M followers


































