Home
Language
English
Türkçe
Bahasa Indonesia
About
Privacy Policy
Terms of Service
Pricing
Sign In
Download All
Share
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
Joined September 2022
129
Following
96
Followers
159
Posts
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
G/Bahaa Aanaa Badddannootti kunuunsa qabeenya uumamaatiif eegumsi biyyoofi bishaanii bifa kanaan hojjatameera.
DammeysaB
retweeted
East Hararghe Prosperity Party
@EastHararghePro
over 2 years ago
Harargee Bahaa Baddannoo ምስራቅ ሀረርጌ በደኖ ወረዳ የተፈጥሮ ሀብትንክብካቤ።
DammeysaB
retweeted
Oromia Prosperity Party / OPP /
@OromiaPParty
over 2 years ago
Nageenya Waloof, Gaachana Sirnaa! ******* Nageenya waaraa fi itti fufinsa qabu mirkaneessuuf hirmaannaan uummataa murteessaadha.
DammeysaB
retweeted
Oromia Prosperity Party / OPP /
@OromiaPParty
over 2 years ago
Qabsoon bu'uura dantaa ummatummaa hin qabne dhumni isaa kana.
#diigamni_abo_shanee_itti_fufeera
OromiaPParty's tweet video.
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
Waadaa Gochaa; Badhaadhina Itoophiyaatif" ።።።።።።።።።።።። Konfiraansiin Paartii Badhaadhina Damee Oromiyaa mataduree, "Waadaa gochaan Badhaadhina Itoophiyaaf" jedhuun Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
Dhugaa Hundi Liqimsuu Qabu! "Kaayyoon jijjirama kanaa inni hangafaa Itoophiyaa ofiishee waliin, ilmaan ishee waliin, aadaa ishee waliin, seenaa ishee waliin, sabdaneessummaa ishee waliin, guddummaa ishee waliin, qabeenya uumamaa ishee waliin walitti araarsuudha!"
@AbiyAhmedAli
See More
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
Misooma Diinagdee Haqa-qabeessa fi Qulqullina Qabuu Milkaa'ina Imala Badhaadhinaaf Guddinni diinagdee biyya keenya qonna qofaa irratti bu'uureffate guddina itti fufaa fi haqa qabeessa fiduu akka hindandeenye imala diinagdee biyya keenyaa darban irraa hubachuun nii dandaa'ama.
See More
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
በአማራ ክልል ወቅታዊ ጉዳዮችን በተመለከተ በመላው የክልሉ አካባቢዎች በብልፅግና ፓርቲ ከፍተኛ አመራሮች የተደረገውን ውይይት ተከትሎ ከሁሉም ዞኖች ከተወጣጡ ተወካዮች ጋር በክልሉ የገጠሙ ቁልፍ ጉዳዮችን አስመልክቶ ውይይት አድርገናል።
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
Seenessi Waloo Dhugaa Waloon Ijaarama!
DammeysaB
retweeted
Oromia Prosperity Party / OPP /
@OromiaPParty
over 2 years ago
"Nageenya waaressuuf mootummaan carraawwan karaa nagaan dubbii fixuuf eegale cimsee itti fufa" PMNO Obbo Shimallis Abdiisaa Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa gabaasa raawwii hojii bara 2016 qaama raawwachiiftuu baatiwwan jahaa dhiyeessaniiru.
See More
DammeysaB
retweeted
Oromia Prosperity Party / OPP /
@OromiaPParty
over 2 years ago
Bu’uura Heera Fooyya'aa Naannoo Oromiyaa 1994 Bahe Keewwata 48 Keewwata xiqqaa 6 jalatti ibsameen Miseensi Caffee kamiyyuu yeroo ummannii isa filate amantaa irraa dhabetti, akka seeraatti, miseensummaa caffeerraa gaggeeffamuu akka danda’u tumamee jira.
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
#❤Kan Hojjate Ni Badhaafama Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiyyi Ahimad Badhaasa Meedaaliyaa ‘Agricola’ Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa Addunyaa badhaafaman.
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
Miseensonni Koree Hoji Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan.
DammeysaB
retweeted
Oromia Prosperity Party / OPP /
@OromiaPParty
over 2 years ago
Miseensonni Koree Hoji Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan.
DammeysaB
retweeted
Ethiopian Embassy Ankara
@ETEmbassyANK
over 2 years ago
Ethiopia's Tea production!
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
Saboota, sabllammoota fi uummattoota jidduutti waldhabdee facaasuu fi garaa garartee bal’isuun biyya tokko cimsuun hin danda’amu. Wal kabajuun bu'aa malee kasaaraa hin qabu.
DammeysaB
retweeted
Oromia Prosperity Party / OPP /
@OromiaPParty
over 2 years ago
Saboota, sabllammoota fi uummattoota jidduutti waldhabdee facaasuu fi garaa garartee bal’isuun biyya tokko cimsuun hin danda’amu. Wal kabajuun bu'aa malee kasaaraa hin qabu.
DammeysaB
retweeted
Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
@AbiyAhmedAli
over 2 years ago
In our bilateral meeting with President Ranil Wickremesinghe of Sri Lanka we affirmed our readiness to enhance commercial ties and collaborate on multilateral issues.
DammeysaB
retweeted
Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
@AbiyAhmedAli
over 2 years ago
This afternoon we have began Prosperity Party’s Executive Committee meeting to discuss key national as well as party agenda items.
Dammeysa Abrahim Bushra
@DammeysaB
over 2 years ago
Federaaliizimii Sabdaneessa, Tokkummaa Biyyaalessaatiif! ******* Federaaliizimii sabdaneessaa cimaa fi hunda hirmaachisaa ta’e ijaaruudhaan tokkummaa lammiilee sadarkaa hundatti mirkaneessuun daran murteessaadha.
Last Seen Users on Sotwe
khunseuk
Seen from
Thailand
Natalie
Seen from
Canada
babyboy
Seen from
Vietnam
season
Andre
Seen from
Venezuela
EL NENE
Seen from
Guatemala
MasGanteng.18
Seen from
Indonesia
Miss MoM 🥰
Moms, Hotwives and Grown Baddies
Seen from
Turkey
Nathan Shimizu
Seen from
Germany
Trends for you
1
#AEWDynamite
Under 10K tweets
2
OLANDRIA VARIETY
Under 10K tweets
3
Billy the Kid
Under 10K tweets
4
Weights
Under 10K tweets
5
NO MORE DREAM
Under 10K tweets
6
Miles Mikolas
Under 10K tweets
7
Alvarado
Under 10K tweets
8
Arena Mexico
Under 10K tweets
9
Hanifee
Under 10K tweets
10
Grisham
Under 10K tweets
Most Popular Users
1
Elon Musk
@elonmusk
241.2M followers
2
Barack Obama
@barackobama
119.1M followers
3
Cristiano Ronaldo
@cristiano
112.7M followers
4
Donald J. Trump
@realdonaldtrump
111.8M followers
5
Narendra Modi
@narendramodi
107.1M followers
6
Rihanna
@rihanna
98.2M followers
7
NASA
@nasa
92.2M followers
8
Justin Bieber
@justinbieber
91.4M followers
9
KATY PERRY
@katyperry
88.9M followers
10
Taylor Swift
@taylorswift13
82.8M followers
11
Lady Gaga
@ladygaga
74.3M followers
12
Virat Kohli
@imvkohli
71.8M followers
13
Kim Kardashian
@kimkardashian
70.4M followers
14
YouTube
@youtube
68.8M followers
15
Neymar Jr
@neymarjr
64.7M followers
16
Bill Gates
@billgates
64.6M followers
17
The Ellen Show
@theellenshow
62.4M followers
18
Selena Gomez
@selenagomez
62M followers
19
CNN
@cnn
61.8M followers
20
X
@x
60.8M followers
Olivia
Online
✨
⭐
💫