“Inni hiyyeessota awwaara keessaa in kaasa, warra dhaboos tuullaa kosii keessaa ol in kaasa; gurguddootaa wajjin isaan in teessisa, teessoo ulfinaas akka isaan dhaalan in godha; utuboonni lafaa kan Waaqayyoo ti, inni utuboota sana irra biyya lafaa in kaa'e.”
— 1Sam. 2:8