@HawwiiLiiban Facebook fi imo irraa namoota heeddu gara kana fidutti jirra. Irraa caalaan nama fb fayyadama kanaafu link OMN gadhiise kan asi qopha'e hunduu barreessuuf share gochu qabna namootni as irraa jirru martu gara fb tti share haa goonuu jedha galatooma.