Home
Language
English
Türkçe
Bahasa Indonesia
About
Privacy Policy
Terms of Service
Pricing
Sign In
Download All
Share
Jaafar Bayaan
@Jaferb
Gabricha Rabbii tahuun gabrummaa biraa diduudha
Edmonton, Alberta
Joined October 2009
257
Following
1.5K
Followers
772
Posts
Jaafar Bayaan
@Jaferb
over 1 year ago
@Haqiqatjou
You are so kind and merciful to other Muslims including wahhabis. Oh I forgot wahhabi are not sunni Muslims they are kharijis.
Jaafar Bayaan
@Jaferb
over 3 years ago
Warri Rabbi sodaatu jannataa fii laggeen keeysatti qanani’an. Taa’umsa haqaa Allaah mootii waan hundarratti dandahaa tahe bira taa’an. San booda Rabbiin maal isaaniif godhaa hin gaafatin! Qananii akkamtu isaaniif taha! Gammachuu akkam keeysa jiraatan! Hin gaafatin!
See More
Jaafar Bayaan
@Jaferb
over 3 years ago
Rabbiin biyya teenya nagaya haa godhu.
Jaafar Bayaan
@Jaferb
over 3 years ago
Rabbiin ummata keenya nagaya haa buusuf. Adawwii nagayaa, zaalimoota hunda mudhii isaanii haa caphsu
#OB
Who to follow
FÈŔĤÀÑ🔸تاج1️⃣0️⃣0️⃣
@Alfa0romiyaa
Every filling #Oromo_Liberation is the best, Oromoo Studies Ascension
Jaal Raggaasaa
@RDukele
Jaferb
retweeted
Gabriel Al Romaani
@alromaani
about 4 years ago
The Prophet of Real Masculinity
alromaani's tweet video.
Jaafar Bayaan
@Jaferb
about 4 years ago
Rabbiin dhiiraa fii dhalaa uume isin godhee isij uume. Saalli lamaa jira. Tokko dhalaa, tokko dhiira. Saala lamaan kana malee jira warri ja’u ergamtoota dajjaali!
Jaafar Bayaan
@Jaferb
about 4 years ago
Sa’aa boodaa joollee school fuunee bakka ispoortii fii sagantaa adda addaa eega isaan geeysine booda galgala manatti gallee Itiyoopiyaa diigaa buulla. Kuni style keenya! Nuti diyaaspooraadha! Akkasitti nu beekhi bro!
Jaafar Bayaan
@Jaferb
about 4 years ago
Nuti warri diyaaspooraa Itiyoopiyaan diigamuu qabdi jechaa bulleeti ganama yeroon lafaa kaanee joollee teenya school drop goonee buna keenya fudhannee hojitti bobbaana.
Jaafar Bayaan
@Jaferb
about 4 years ago
Doctors & Psychotherapists: Butchers & Liars https://t.co/6TTBRYhChA via
@YouTube
Jaafar Bayaan
@Jaferb
about 4 years ago
Guyyaa seenaa! Guyyaa Qur’aanaati!
#Ethiopia
Jaafar Bayaan
@Jaferb
about 4 years ago
Rabbiin ol tahe akki je'e "Warra dhugaa dubbatuu wajjiin tahaa" Nama jaalattus kijibaan hin faarsin. Nama jibbitus kijibaan hin arrabsin.
Jaafar Bayaan
@Jaferb
about 4 years ago
Namni kijibaan si faarsu, kijibaanis si arrabsa. Kijibni faaruu fii arraba hin qabu. Hundi kijibuma. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam "Namni tokko kijiba dubbatu aadaa gaafa godhate, Rabbi biratti kijibaa jechuun galmaayaa" ja'an.
Jaafar Bayaan
@Jaferb
about 4 years ago
Namni hundi tiiysiteedha, hundi waan tiiyserraa gaafatama. Abbaa manaa mana isaatirraa, haati warraa maatii isiitirraa, abbaan araddaa araddarraa, mootiin biyyaatis akkasuma. Waan ati irraa gaafamatamtuu sirritti qabi!
Jaafar Bayaan
@Jaferb
over 4 years ago
Qajeelaa Mardaasaa aangoo itti kennamte tarkaanfiin jalqabaa masjidan jiiysa jechuun eegale. Biyya san keeysa waan muslimaa kana diiguu fii Islaamarratti duuluun waan aangoo namaaf sabachiisu taheeti laallama.
Jaafar Bayaan
@Jaferb
almost 5 years ago
#UyghurGenocide
chaaynaatti muslimoonni miliyoonni hedduun dirqiin kafarsiisan, masjidoota diigan. Rabbiin muslimoota
#Uyghur
haa tumsuuf
Jaafar Bayaan
@Jaferb
almost 5 years ago
Yoo dhugaan Rabbi jaalattan Nabii jala deemaa, gaafa san Rabbiin isin jaalatee isiniif araarama. Kuni ajaja Rabbii guddaati. Nabii sallallaahu aleeyhi wasallam jala deemuun sunnaa isaa jala deemuudha. Haalaan akka Nabiyyii jaalannuuf haalaan isa haa barru! Fidaaka Abii wa ummii
See More
Jaafar Bayaan
@Jaferb
almost 5 years ago
Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam hangam jaalanna? Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e, “tokkoon keeysan hin amanne hanga ilmoo isaanii, haadhaa fii abbaa isaanii fii nama hunda caalaa ana jaalatanitti” Bukhaarii fii muslim
Jaafar Bayaan
@Jaferb
almost 5 years ago
Sunnaa isaa mala jireenyaa fii waan isaan nu ajajan daleeynee waan isaan nu dhorganirraa fagaanna. Kana hundaatu isa jaalachuudha. Ammoo mallattoon Rabbiin lafa kaaye, qormaanni namni hundi jaalala Rabbii fii Rasuulaa sallallaahu aleeyhi wasallam keeysatti dabruu qabu tami?!
Last Seen Users on Sotwe
Thích dụ trai thẳng
Seen from
Vietnam
الحب الحقيقي
Seen from
Algeria
Jay S
Seen from
United States
ಸೂಳೆ ಅಮ್ಮಾ ಅದ್ಲು ಮಿನಾಕ್ಸಿ👙🥵
Seen from
United Kingdom
Black🔞sextape (lizzy💦mira)
Seen from
Mexico
Fatma Tahir
Seen from
Malaysia
Ⓜⓐⓢⓢⓘⓜⓞ🇮🇹🍀
Seen from
Germany
Tamgan
Seen from
Turkey
konyalıayaksever
Seen from
Turkey
ŞEBNEM
Seen from
Turkey
Trends for you
1
#PondPhuwinConcertD2
Under 10K tweets
2
Michael Wright
Under 10K tweets
3
#DuelClav
Under 10K tweets
4
#stakescam
Under 10K tweets
5
Leo Rivas
Under 10K tweets
6
Henry Davis
Under 10K tweets
7
Tommy Edman
Under 10K tweets
8
Alek Thomas
Under 10K tweets
9
Nick Chubb
Under 10K tweets
10
#ROHDBD
Under 10K tweets
Most Popular Users
1
Elon Musk
@elonmusk
241.5M followers
2
Barack Obama
@barackobama
119.1M followers
3
Cristiano Ronaldo
@cristiano
113.5M followers
4
Donald J. Trump
@realdonaldtrump
111.8M followers
5
Narendra Modi
@narendramodi
107.2M followers
6
Rihanna
@rihanna
98.5M followers
7
NASA
@nasa
92.3M followers
8
Justin Bieber
@justinbieber
91.7M followers
9
KATY PERRY
@katyperry
89.5M followers
10
Taylor Swift
@taylorswift13
83.4M followers
11
Lady Gaga
@ladygaga
74.9M followers
12
Virat Kohli
@imvkohli
72.5M followers
13
Kim Kardashian
@kimkardashian
70.7M followers
14
YouTube
@youtube
68.8M followers
15
Neymar Jr
@neymarjr
65.5M followers
16
Bill Gates
@billgates
64.8M followers
17
Selena Gomez
@selenagomez
62.5M followers
18
The Ellen Show
@theellenshow
62.3M followers
19
CNN
@cnn
61.8M followers
20
X
@x
60.8M followers
Olivia
Online
✨
⭐
💫