Oromiyaan Gaaf-tokko ni Bilisoomti. Kanumaafuu Ani akka nama Oromoo tokkotti akka nama Muslimaa tokkotti Bilisummaa Oromiyaatiif Nan Qabsaa'a.I am Muslim Oromo.
RAMADAN MUBARAK!!
Gaddas tahee gammachuu
Numa ka wajjiiin jiruu
Baga naaf geessan qomoo
Har'a arguunuu jiruu
Ramadaannis haa tahuu
Kan keyriifii gammachuu
Rahmaan nuhaa taasisuu
Warra irraa fayyadamuu.
Set by Tamam Sultan (Barii Bareentoo)
February 28, 2025
Calanqo, Meettaa!
Rest in power professor Laphiso. You truly exposed the fake Ethiopian history that dominated the academics and Ethiopian studies and that marginalized the history of the oppressed nations. Thank you for your service.
Kana argee ka itti hin gammadne #Baandaa qofa...
Wanti gaariin gaariidha, kun qabeenya biyyaati, qabeenya walooti, kun nama gammachiisuu qaba.
#GERD#Ethiopia
#Happy_Happy๐๐.๐ช๐น
Happy eve of the inauguration of the Great Renaissance Dam in Ethiopia. !!๏ธ๐๐
Every citizen has a sign in the paradise.
#GERD
#Egypt has never spent a single day thinking about ๐ช๐น's failure
#Somalia will start the war as best as it can & it will end with the victory of Ethiopia
The #Eritrean government has been arming the gangs but it has never been successful.
#Ethiopia always wins!
#Ethiopia_Prevail
โThe incident took place seven days ago in Gasara district of Bale region. He took her to the police station and after beating her, he left her on the ground unconscious. Then she stayed for two days and left. When he beat her, she fell unconscious.