Good wishes on the occasion of the 1501st Mawlid
แฅแแณแ แ1501แแ แจแแขแฉ แแแแต(แฐแแ) แจแแแแต แ แแ แ แฐแจแณแฝแ
#Misooman gara Badhaadhinaatti!
******
Godina Shawaa Kaabaatti bara kana lafti Hektaara kuma dhibba lamaa fi Soddomii Sagal qamadiin misoomee kan jiru yoo ta'u, walii gala bara kana midhaan gosa garaa garaa lafa heektaara 590,056 misoomee kunuunfamaa jira.
#Suuraan.