Top Tweets for #Aadaa
Ilmaan Guyyoo Gobbaa ardaa gaayootti jala bultii nyaachisaarra jiru
Ilmaan Abbaa Gadaa Duraanii Guyyoo Gobbaa galgala kana Ardaa Gaayoo qe'ee Abbaa Gadaatti sangaa qalattee eebbifachuuf walitti dhufaa jiru.
#Nyaachisa #Aadaa
#Boorana

Oromoon haalota isa daangessuuf qabsoo guddaa gaggeessan jalatti, Warraaqsa #Aadaa, #Seenaa fi #Eenyummaa jajjabaa taasisaa jira.
- Sochiiwwan Ayyaanoota gugurdaa akka irreechaa irratti taasisaa jiru
-Jila Gadaa akka “Wal Harkaa Fuudhinsa Baallii”
-Godaansa Gadaa
-Warraaqsaa Seenaa Afaaniin Darbaa ture Sirna Barreeffamaatti madaksuu
-Bifa Simpoosiyemaa fi Aartii adda addaan dhaloota Tekinolojiin of jibbisiisaa jiru, Seenaa fi Eenyummaa isaa barsiisuu fi kkf akka fakkeenyaatti kaasuu dandeenya.
Wanni kun Hundi Bajata Sirnaatiin yookan Ispoonsarummaa Isa madaaluun kan Hojjetaman miti. Sochii taasifamu hundatti gatiin kafalamee akka ta’e hubatamuu qaba. Gatii Maallaqaa haga Lubbuu qaalii.
Hojiiwwan tokko tokko (Keessumaa kan Gama aartii fi Barreeffamaa ykn Kitaabolee) hir’ina akka qaban beekamaadha. Qeeqa sirreeffamaa taasisuun, Jaalala waan ofiitiif qaban irraa akka madde ni hubatama. Namni dogoggore “Haa Fannifamu” jechuun garuu rakkoodha. Artistonni fi Barreessitoonni Isponsara malee hojjetan galata qabu. Dogoggoroota taasisaniif Qeeqa fudhatanii kan fooyya’insa agarsiisaa bulan ammoo caalatti galanni isaanii dachaadha.
Aadaan Ummata Kamiiyyuu Bajataa fi Biiroo isa hogganu Caaseffama Birokiraasii Mootummaa keessaa ni qaba. Kan Oromoos (Biiroo Aadaa fi Turisimii Oromiyaa). Akka Carraa ta’ee kan Oromiyaa adda. Bajata isaatiin Aadaa Oromoo siyaasessuu, Bacancarsuu, Tarkaanfii isaa duubatti harkisuu fi Warraaqxota rukutuun beekama.
Yeroo Warraaqxota fi Artistota qeeqnu, Kaabinee Sirnaaf tumsa akka hin taanetti of eeggannaadhaan haa ta’u jechuu barbaadeeni.
BAGA AYYAANA FAASIKAA GEESSAN
AYYAANA GAARII!
#Miidhgni keenya #Aadaa keenya.
#Gadaan keenyaa hin shakinaa akka dhiitetti hin hafuu ni barihaa.fuuldurri keenya ifaa bilisummaati.#irreechi2021 bara bilisummaa umma keenyaa akka tahu abdii godhaa.


AADAA BI SI REWMI AKK PÉTHIEUKHO #DINÉ PÉTHIEUKHO #POLITIQUE PÉTHIEUKHO #AADAA
#MAKTOUMDAY @serigne_al @Moustarchids @partageleen #kebetu
20 Million views & counting for #RamulooRamulaa. 🎇🤩🕺#AlaVaikunthapurramuloo
▶ https://t.co/tYV27Ss3PB
@alluarjun #Trivikram @hegdepooja @MusicThaman #Tabu #Jayaram #NivethaPethuraj @iamSushanthA @pnavdeep26 @Mee_Sunil #PSVinod @GeethaArts @haarikahassine @vamsi84

It's #Naagin Team😎💑💑 )A 👍#ArNi😍 #Aadaa😊 @Thearjunbijlani😍 @Roymouni😍 @adaa1nonly😍 #Rivanya😍 #NaaginGrandFinale #naagin3finale #Naagin3
Which trio is your favourite?
Watch the Grand Finale of #Naagin3, on 2nd & 8th June, Sat-Sun at SIN 8:00 PM | BDT 6:00 PM | SYD 6:00 PM | AKL 8:00 PM.
@SurbhiJtweets @Roymouni @anitahasnandani @adaa1nonly @Thearjunbijlani @pearlvpuri

Ada apa dengan Azmin Ali #AADAA
Hirriyyoota koo kan #fbs ta'ee kan #tiwitterii dhaa #jaalalaa fi #kabaja isiniif qaba ani gama kootiin wol-kabajuun #aadaa keenya mitiiree
pacarannya sih lama , tapi berani dateng kerumahnya ya baru ajaa #aadaa
Last Seen Hashtags on Sotwe
연예인능욕
Seen from Germany
teacher porn
Seen from Kuwait
omegle(***)+***+filter:native_video
Seen from Argentina
StoNiño
Seen from Indonesia
테루
Seen from Japan
pets
Seen from United States
letsgrow2026
Seen from United Kingdom
missionarypov
Seen from Brazil
momson
Seen from United States
文化堂スポーツ
Seen from Spain
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
240.9M followers

Barack Obama 
@barackobama
119.2M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.8M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
111.8M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
97.9M followers

NASA 
@nasa
92.2M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.2M followers

KATY PERRY 
@katyperry
88.3M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
82.2M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
73.7M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
70.9M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.1M followers

YouTube 
@youtube
68.7M followers

Bill Gates 
@billgates
64.2M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
63.8M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.4M followers

CNN 
@cnn
61.8M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
61.4M followers

X 
@x
60.8M followers

























