Top Tweets for #Adaamaa

#IAB_Biloo_Nophaa
#Buunnoo_Beddellee_Booracha
#Adaamaa
Sosochiin duula nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Boorrachaa,Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Biloo Nophaafi magaalaa Adaamaatti bifa ho'aa ta'een geggeeffameera.

#Adaamaa
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti.
Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Daabee fi Luugootti Sosochiin duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa geggeeffamaa jira.

#Adaamaa
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti.
Sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaa aanaalee hunda keessatti geggeeffamaa jira.

#Adaamaa
Tarkaanfii Hundee Qabuun,
Gara Fakkeenyummaatti!
Injifannoon Bitootessa 24 argame siidaa tokkummaafi obbolummaa, bu'uura injifannoowwan gama hundaan argamee ta'uun yaadatama.Milkaa'inoota kanneen itti fufsiisuun injifannoo caalmaa galmeessinee imala

Xiyyeeffannoo Dinagdee Ijoofi Koriidoroota Misoomaa
#SHAGGAR — Akka Mandhee Dinagdee Afrikaatti
#BISHOOFTUU — Akka Magaalaa Turizimii Afrikaatti
#Magaalaa_GADAA — Akka Wiirtuu Dinagdee Sektar-danuu Afrikaatti
#ADAAMAA — Akka Magaalaa Indastirii Afrikaatti

Qonna Magaalaa; Wabii nyaataa mirkaneessuu fi guddina amansiisaa dhugoomsuuf !
#Adaamaa
“#Adaamaa
Kaleessa waldaalee bara 2009 hanga bara 2010 Ji'a jahaffaatti gurmoofne kaantibaan magaalaa nu waame.
Waldaaleen kun
Raayyaa ittisaa biyyaa, ogeessota fayyaa Hospitaala Adaamaa, Barsiiftota ASTU, hojjattoota mana murtii fi waajjiraalee garagaraa of keessaa qaba. Bara san yoo gurmoofnu 140m2f gurmoofne. Hiriyoonni keenya yeroo san nu waliin gurmaa'an kanniin akka barsiiftotaa, OBN yoggasuma qarshii 30,000-46,000 kanfalanii lafa 140m2 fudhatanii, yeros jireenya akkanatti waan hin qaala'iniif ijaaranii itti galanii keessa jiraachaa jiru. Warri caasaa mootummaa ta'ee ergasii magaalaa kana galee lafa nutti ijaan arguuf waggaa 7-8(9) turre ji'oota muraasatti fudhatee ijaaree itti gales manni haa lakkaa'u.
Kaantibichis akkuma walitti nu qabeen, akkuma kanaan dura nuuf ibsanii liqitti nu gatanii qarshii 90,000 nurraa nyaatan (dabalata) kaaree 72m2 akka nuuf kennuuf qophaa'an,
Achirratti immoo Fulbaana kanarraa eegallee gamoo G+3 ijaaruu akka qabnu nuuf ibsan.
Gaaffii mana keessaa isaanif ka'e yoo deebisan
= Fedhiin namaa daangaa akka hinqabne,
=Nutis raayyaa ittisa biyyaa ta'uuf, ogeessa fayyaa ta'uuf, barsiiftota ta'uuf, ....
Namuu akka nu hin dirqisiifne, fedhii keenyan akka filanne. Jireenyi filannoo akka ta'e, gamoo kana ijaarunis salphaa akka ta'e "lecture" nuuf kennan.
Lafti bariitee guyyaa har'aa yoo "site" deemnu M/Poostaa irraa 12kmtti tilmaamama. Lafa waggaa 30tu misoomuu hin dandeenyerratti 'mindaa nu quubsee nurraa hafe kanaan' gamoo G+3 baadiyatti ijaarree ofii kireeffannee magaala teenya.
Yaadi,
Magaalaan Adaamaa -rakkoo bishaanii qabdi
-Ibsaan akka sani
Baadiyaa sanitti hoo?
Manni baruumsaa hin jiru.
Nuti dabarree dallaa taaneet, isaan lafa as hafe chabachabu.
Birriin 90,000 beenyaf jedhameet nurraa guurame. Qote bulaaf garuu homtuu osoo hin kanfalamin nu geessani.
Nus (waldoonni 71)
Dhaqnee laalle.
Baay'ee gaddine.
Kaaree 140f gurmoofnee 72tti buune.
Birrii 90,000 ni saamamne.
Isayyuu haa ta'u jennee dhaqne.
Gaafa dhaqnu.
Ni naane.
Jarri kun nu akka hin sodaanne ni beekna.
Rabbi hin sodaatanii? jennee walgaafanne.
Waldaan 71nu walbeekuu baannus sagalee tokkoon didneet bulchiinsa magaalaatti deebine.
Nu haasofsiisuu didan.
Waan nama qaanessu dallaa keessaa bahaa nuun jedhan.
Akka balfaatti magaalaan alatti baasanii nu gatuufi.
Asii hiyyeessarraa mana diigu. Lafa hiyyeessi irraa ka'e kana, gaartokkee ni hiratu. Kan hafe ni 'chabachabu'
Maallaqni keenya bara 2009 qusannee ergasii osoo lukkullee ittiin horsiifne magaalaa keessaa lafa nuuf bita ture.
Qilleensarra nuuf oolchi.
Nu cinaa dhaabbadhu!”
#Adaamaa/አዳማ
በአዳማ ከተማ አስተዳደር ከ19 ቢሊዮን ብር በላይ በሆነ ወጪ የተገነቡ 5996 ፕሮጀክቶች የነዋሪውን ኑሮ የሚያሻሽሉ እና ኑሮ ውድነትን የሚቀንሱ ፕሮጀክቶች የተለያዩ እንግዶች እና የከተማው ነዋሪ በተገኘበት ተመርቀው ለአገልግሎት ክፍት ይሆናሉ።

Oduu: #Hiltan magaalota #Adaamaa fi #Dirree_Dhawaatti hoteelota lama banuuf waliigaltee mallatteesse https://t.co/NIcYNRQLS2
Waliigaltichi magaalota lamaan keessatti hoteelota maqaa idil-addunyaa qaban kan jalqabaa akka banaman ni taasisa jedhameera.
#Adaamaa: Armeen tokko daa'ima deessee kan daandiirratti gattu jaallatte miti. Itti hin murteeffamu. Rakkoon lalluu lakkuu itti taanan malee.
Ba'aa dubartiin baatte jiraattu tilmaamtanii beektu? Bara hamtuu fi gantuu keessa jirra!

Waadaa Gochaan , Badhaadhina Itoophiyaatif 🇪🇹
#Adaamaa
Konfiraansiin Paartii Badhaadhinaa bu'uura dambii ittiin bulmaata paartii Badhaadhinaa, mata duree "Waadaa Gochaan; Badhaadhina Itoophiyaatif" jedhuun magaalaa Adaamaa, galama Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.

'Hojjettoota mootummaa magaalaa #Adaamaa keessaa 24% ulfaatina garmalee qabu' https://t.co/JHzoGPOVOF
Gargaaraa Piroofeesaraa Dr. Haji Amaan, sochii qaamaa gochuu dhabuu, soorata mi’aawaafi alkoolii fudhachuun saaxilamummaa kana kan hammeessu akka ta’e himan.
#Adaamaa
የአዳማ መነኸሪያ እና ሁለገብ የገበያ ማዕከል ነገ ይመረቃል ተብሏል።
መልካም ተግባር👌

Last Seen Hashtags on Sotwe
minichat girl filter:videos
Seen from Mexico
anxiouspanda
Seen from United Kingdom
candid
Seen from United Kingdom
ipcam
Seen from United States
momsonn
Seen from Canada
fingering #slut
Seen from United States
نيج_كويتى
Seen from Israel
mom()***************
Seen from Turkey
bentover
Seen from United States
نارو_العراقية
Seen from Israel
Trends for you
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.7M followers

Barack Obama 
@barackobama
119M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.4M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.9M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.2M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.4M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
90M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
83.9M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.4M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.3M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.9M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.3M followers

Bill Gates 
@billgates
65.1M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
63M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.3M followers

CNN 
@cnn
61.8M followers

X 
@x
60.7M followers












































