Top Tweets for #FAANNOO
Godina #Horroo_Guduruu Wallaggaa aanaa #Abee$Dongorootti jiraattonni magaalaa #Tulluu_Waayyuu akka kanaan magaalaadhaa baqate.
Magaalaan #Tulluu_Waayyuu haleellaa qindaa'aa hidhattoota finxaaleyyii #Faannoo fi Caasaa warra finxaaleyyii #Faannoo deeggaranii jala jira 😭😭😭😭

#Shaabiyaan qabeenya uummata #Eritiraatiin meeshaa waraana bitee #Faannoo hidhachiisaa turuus milkii malee hafeera
#IGAD #Ethiopian #AfricanRenaissancePodcast @BBCAfrica @AUC_PAPS @_AfricanUnion @MFAEthiopia @theoromiadailyp @OromiaPParty @Qeerroo2011 #EritreaPrevails @ERISAT3

Shira Milishaa #Faannoo #Mootummaan #AbiyAhmedAli ijaareen haati Oromoo qe'ee isheerraa buqqaatee bosonatti deesse.
Roorroo daangaa darbe.
Aanaa Abee Dongorootti hidhattoonni #Faannoo namoota 30 ajjeesuusaanii jiraattonni BBCtti himan.
Haleellaa dhaqabeen humnoota mootummaa shan dabalatee namoonni nagaan 25 ol ajjeeffamuu jiraatan naannichaa BBCtti himan.
👇👇 https://t.co/XEBKWNeT8g
Aabee Dongoorootti humnootni finxaaleyyii #Faannoo namoota 25 ol ajjeesuu, 20 ol butuu jiraattonni himan
Odeessa dabalataaf cuqaasaa
https://t.co/iKcpfmQQ4w

Oduu: Lixa #Oromiyaa Aanaa #Abee_Dongorootti namoonni 7 hidhattootaan ajjeefaman; Jiraattonni "hidhattoota #Faannoo" himataniiru https://t.co/pxKtkde7VK
Kunis haleellaa guyyoota muraasa giddutti aanicha keessa raawwatame isa lammataati.
Oduu: Horroo Guduruu #Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti “hidhattoonni #Faannoo” jiraattota 20 ol ajjeesan https://t.co/Il6NkRxKBw
Bulchaa Itti aanaa Aanichaa Obbo Ayyaanaa Waaqee, hidhattoonni kunneen “yeroo Raayyaan Ittisa Biyyaa bakka kanarraa ka’u haleellaa raawwatu” jedhan.
Oduu: Raayyaan Ittisaa yaalii haleellaa humnoota #Faannoo jeneraala olaanaa #Tigraay’n deeggarame fashaleessuun "barbadeesse" ibse https://t.co/rfu2CVU15G
Raayyaan Ittisa #Itoophiyaa haleellaa humnoota Faannoo kana "gurmeesse" jechuun Birgaader Jeneraal Migbay Haayila himateera.
Oduu: #Goojjam_Lixaatti lola cimaa gaggeeffameen daa’ima ganna 14 dabalatee namoonni afur ajjeefaman https://t.co/rOBHaAp5N5
Naannoo #Amaaraa godina Goojjam Lixaatti humnoota mootummaa fi hidhattoota #Faannoo gidduutti lola "meeshaalee waraana cimaatiin" taasifamuu ibsameera.
#Gochaa sukaneessaa #Shaneefi #Faannootiin rawwaatamee dhaabbiileen #Amantaa #Itoophiyaa balaleeffaatan jirumootummaaf waamicha dhiyeessani jiru.#Shanee #Faannoo #Amantaa #Itoophiyaa #aanaaDharratti #Ethiopian

Oduu: #Wallagga_Bahaa, Kiiramuutti haleellaa raawwatameen bulchaa gandaa fi hogganaan paartii ajjeefman https://t.co/PQGtpe7Uv8
Godina Wallagga Bahaa aanaa #Kiiramuutti haleellaa Fulbaana 14, 2024 hidhattoonni #Faannoo raawwataniin lubbuun aanga’oota sadarkaa gandaa lama darbe.
Oduu: Hidhattoonni #Faannoo Matammaa to’achuu hordofee #Sudaan daangaa #Itoophiyaa waliin qabdu cufte
‘Sudaan Tribiyuun’ akka gabaasetti, aangawoonni Sudaan humnoonni nageenyaa Itoophiyaa hidhannoo isaanii hiikkatanii gara Sudaan akka galan hayyamaniiru.
https://t.co/TUdD4s1CFR

Harcaatuwwaan #ABO_Shane diinoota Oromoon gumaaf himatu waliin michooma uumani jiraachu beekame, kaneen akka #Woyyaane, #Faannoo fi #Shaabiiyaa waliin hariiroo cimaa uumuun mootummaa kuffiisani aango qabachuuf waliin hojecha akka jiran odeessa keessoon himame

Fiigichi lukku hanga iddoo geessuti jechuun kanuma kunoo !! Namni nama gidirsu harka yoo kennate isaafis uummataafis boqonnaadha. Ajajaan #Faannoo #Koloneel_Geetahuun inni Uummata Gidirsaa fi Fixaa ture karaa nagaa harka Kennate jira !!!!

Oduu: #Darraatti hidhattoonni namoota sadi ajjeesan; #Wallagga_Lixaa’ttis namoonni sadi biroo ‘humnoota mootummaan’ ajjeefamaniiru https://t.co/J9UVinJUAK
Godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti haleellaa “hidhattoonni #Faannoo raawwataniin” namoonni nagaa sadi ajjeefamaniiru.
Lixa #Gondaritti haleellaa 'hidhattootni #Faannoo raawwataniin' hedduun ajjeefaman https://t.co/o3BirAT8bs
Aanaa #Quwaaraatti haleellaa 'hidhattoonni Faannoo' ganda jiraattoonni dhalattoota #Agawu keessa jiraatan irratti raawwataniin namoonni kuma 10 ol buqqaafamuu himameera.
Oduu: Namoonni 280 ol Naannoo #Amaaraatti to’annoo hidhattoota #Faannoo jala turan birrii miiliyoona jahaan gadhiifaman https://t.co/o7UtmLjyMD
Goojjamitti dubbii himaa garee ‘Faannoo’ ammoo, namoota kanneen gadhiisuuf “maallaqa fudhanne hin qabnu” jedhaniiru.
Last Seen Hashtags on Sotwe
momsonn
derechoalvoto
Seen from Indonesia
รับงานลำลูกกา
Seen from Thailand
aigayvideo
Seen from Turkey
omegle
Seen from Canada
森田俊哉
Seen from United States
teeNager()()*****
Seen from Egypt
nolimits()*** + filter:videos
Seen from Mexico
affiliatenow
Seen from United States
momsonn filter:videos
Seen from Canada
Trends for you
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.5M followers

Barack Obama 
@barackobama
119.1M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
113.6M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.8M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.2M followers

Rihanna 
@rihanna
98.5M followers

NASA 
@nasa
92.4M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.7M followers

KATY PERRY 
@katyperry
89.5M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
83.4M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
74.9M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
72.6M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.7M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
65.6M followers

Bill Gates 
@billgates
64.9M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
62.6M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.3M followers

CNN 
@cnn
61.8M followers

X 
@x
60.8M followers









