Top Tweets for #HappyIrreecha
Wishing everyone celebrating a peaceful and joyous day!
#Irreecha #Ethiopia #HappyIrreecha #PeaceAndUnity #HoraFinfinnee
#Irreecha Festival celebrations underway this morning in Addis Ababa, Ethiopia
#Irreecha #Ethiopia #HappyIrreecha #PeaceAndUnity


#HappyIrreecha 🇪🇹
Quality Standard of Living
Peace & Security
Food Sovereignty are #Priority
#OurWaters
#GulfOfAden 🇪🇹
#RedSea 🇪🇹
የተከበርከው የኦሮሞ ሕዝብ ሆይ
እንኳን አስቸጋሪውን የክረምት ወቅት አልፈህ ለብሩሁ ብራ ተሸጋገርክ!

#HappyIrreecha colourful,May you all be blessed with #Peace and #Unity
Wish you GOOD LUCK #EITHOIPIA
@EthioPakistan
@JemalBeker1
🇪🇹 The Embassy of FDR Ethiopia in Pakistan extends warmest wishes to everyone celebrating the thanksgiving #Irreecha in Ethiopia and worldwide!
#HappyIrreecha to all !

Irreechi Hiree Nagaafi Araaraati!
Kabajamaa Ummata Oromoo,
Kabajamtoota Ummattoota Itoophiyaa,
Duraan dursee baga bacaqii baatanii gara booqaa birratti ceetan, baga ittiin isin gahe jechuun barbaada.
Argachuufi dhabuu, quufaafi beela, milkiifi hanqina, guutuufi hir’ina, dabarsine hunda keessatti kan nu waliin ture Uumaa keenya Waaqayyoon galateeffachuu aadeffanneerra. Irreechi ayyaana galateeffannaa ummata Oromooti. Kanaafuu, hunda dura Uumaan rakkoo uumamaafi nam-tolchee nu dandamachiisee, gufuu xiqqaafi guddaa irra nu aansee, ifa birraa nu agarsiise haa ulfaatu, haagalatoomu!
Ummanni Oromoofi Itoophiyaanonni hundi baga geessan; Baga waliin ittiin nugahe!
Gaaffiiwwan ‘Namni Uumaaf nagayaa?; Uumamaaf nagayaa?, Namni waliif nagayaa?’ jedhaman Irreechaaf Malkaa bu’uun dura gaafatamuun kan baratameedha. Kan waldhabe, afaan walitti darbe, walitti mufate osoo irreeffannaaf Malkaatti hin qajeelin dura waliif araaramuu qaba. Uumaa galateeffachuun dura Uumaafi uumama waliin araaramuutu duudhaafi safuu baratameedha. Weedduun galata Uumaa, “Mareehoo…….Mareehoo” jechaa jiidha harkatti qabatanii, miidhagina jamaatiin Malakaatti gadi qajeelan sun mallattoo tokummaa, hiree nagaa ayyaana Irreecha Birraa Oromooti.
Kanaafis, namni Irreecha beeku gadoo lagatee, Nagaa lallaba. Jaalalaafi tokkummaa, waltumsaafi obbolummaan qajeeltoo isaati. Kenna kabajamaa Uumaarraa argateef beekamtii kenna. Waloomaafi waliin jireenya uumamaa dinqifachaa Uumaaf galata galcha. Harka qalleessa of harkaa dhabe ni hirpha, ni deggera; Kan daare daara baasa; mijuu waliin qooddatee gammachuu hira. Hireen nagaa Irreecha keessa jiru, hiika daangaa ofii keessatti nagaan taahuufi jiraachuun olitti waliif birmachuu of keessaa qabuudha. Irra deebiin baga ayyaana Irreechaa bara 2016 geessan, baga gammaddan jechuun fedha.
Irreechi hiree haqaafi walqixxummaa, dirree jaalalaafi tokkummaati. Irreechi gaaddisa Gadaa jamaa guddaa walitti qabu, obbolummaafi waliin jireenya lallabuufi michummaa ummattoota obbolaa olqabu taheera. Duudhaa mandhalee keenyaan walitti qabamnee, harka walqabannee, gufuuwwan nu danqan buqqisuun har’aafi egeree keenya miidhagaa godhachuuf jabinaan hojjechuu qabna.
Gadaan kun kan quufaafi gabbinaa, kan nagaa fi araaraa, kan hojjennee itti milkoofnu, kan oomishnee dachaa dhibbaan itti hammaarrannu akka nuuf tahun hawwa. Bara milkiin mataa ol itti qabannu, bara gadoofi gadadoo injifannee guddummaafi beekumsa ummata keenyaa addunyaatti mul’isnu nuuf haatahu.
Sirna guddaa akka ayyaana Irreechaa kana akka meeshaa tokkummaa keenya cimsuutti qabannee, kiyyoo fagoofi dhiyoo imala badhaadhinaa keenyarratti aggaamame hunda ciruudhaan kaayyoofi mul’ata qabanne milkeessuun bara imala seenaa qabeessa itti milkeessinu nuuf haata’u.
Gadaan Quufaafi Gabbina!!!
Barri Kan Milkiifi Injifannoo Nuuf Haata’u!!!
Itoophiyaan tattaffii ijolleesheetiin sodaatamteefi kabajamtee bara baraan haa jiraattu!!
Uumaan Itoophiyaafi uummatashee haa eebbisu!
Fulbaana 25/2016

The #Irreecha : One of the major holidays when #Ethiopian Oromos give thanks to “Waaqa”(God). Unfortunately, over the years it has also become the only platform for the oppressed majority to exercise their freedoms of speech/expression…👇🏾
#Ethiopia
#Oromo
#HappyIrreecha ❤️
GIF/Video No. 18 🌼
#Irreecha #Irreechaa #IRREECHAA2020
#Oromo #Oromia #Ethiopia 🇪🇹
🖤❤️🤍
cc: @hailefidajr #HappyIrreecha 🌳
GIF No. 17 🌼
#Irreecha #Irreechaa #IRREECHAA2020
#Oromo #Oromia #Ethiopia 🇪🇹
🖤❤️🤍
cc: @hailefidajr #HappyIrreecha 🌳
GIF No. 16 🌼
#Irreecha #Irreechaa #IRREECHAA2020
#Oromo #Oromia #Ethiopia 🇪🇹
🖤❤️🤍
cc: @hailefidajr #HappyIrreecha 🌳
& their interconnectedness. The Irrecha Birraa,also known as Irrecha Melka, is held by Lake Arsedi. Lake Harsedi, Hora Harsedi is a sacred lake found in #Ethiopia #Bishoftu, #Oromia. Millions of people travel every year to the lake to celebrate the Holiday.
#HappyIrreecha 🖤❤️🤍
How can we forget?! This is indelibly seared in the collective memory of the nation. We should be vigilant that a condition that made that possible should never reemerge. Peace, respect and reconciliation is in order. Never again. ##HappyIrreecha #Ethiopia #Oromia
Babareedo shammaran Oromo ❤💚❤
#HappyIrreecha
Last Seen Hashtags on Sotwe
倉敷市立短期大学
Seen from United States
MamáSiempreDice
Seen from United States
00NATION
Seen from United States
편지봉투
Seen from United States
ไซด์ไลน์หนองคาย
Seen from Thailand
ankaragay
Seen from Turkey
punhetando
Seen from New Zealand
근친
Seen from Japan
ياسيسي_يا_جبان_نزلينلك_في_الميدان
Seen from United States
半日白谷雲水峡
Seen from United States
Trends for you
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.5M followers

Barack Obama 
@barackobama
118.9M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.6M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.8M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.3M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
90.1M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
84M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.5M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.5M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.9M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.6M followers

Bill Gates 
@billgates
65.3M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
63.1M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.2M followers

CNN 
@cnn
61.7M followers

X 
@x
60.7M followers

















