Top Tweets for #OF_EEGGANNOO
#Dhaamsa_Of_Eeggannoo
Godina Wallaggaa Lixaa eda galgala waraanni #Gidaamii irraa #Siino 2fi 3f 1n waraanni PP Gara Aanaa #Begiitti Fiigaa turte hordofii jabeessaan. Dhaamsa keenyaa. Jaallan tooraa sana jirtan. #Of_Eeggannoo keessan cimsaan. Dhaamsa keenyaa
#Dhaamsa_Of_Eeggannoo
Godina Wallaggaa Lixaa eda galgala waraanni #Gidaamii irraa #Siino 2fi 3f 1n waraanni PP Gara Aanaa #Begiitti Fiigaa turte hordofii jabeessaan. Dhaamsa keenyaa. Jaallan tooraa sana jirtan. #Of_Eeggannoo keessan cimsaan. Dhaamsa keenyaa.
#Dhaamsa_Of_Eeggannoo
Ppn maagaala shaggar #Buraayyuu bakka addaa #Teelee jedhamu fuulduratti amala baratamee ala ceekuu fi hidhaa mudhii ilaaluun sakatta'aa jirti. Kanaaf feetu waa'ee WBO odeeffattee tahuu waan maluuf warri isin ilaallatu #Of_Eeggannoo fi caqasuun gaarii dha.
#Of_Eeggannoo
Gantuun Gantuuma!!
Gurbattii Asii gaditti argitan Kun Maqaan Qabsoo ishee Sanyii jedhamtu godina H/G/W Aanaa #Kombolchaatti Harka kennattee Diinatti michoomteetti... Kanaaf warri quunnamtii ishee qabdan Ammumaan addaan kutaan dhaamsa keenya!!

#Dhaamsa_Of_Eeggannoo‼️
Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa #Begii Gandaa #Laalistu_Lophii #Tobii #Maaco #Laalo_Nooraa gandoota kana keessa Waraanni maafiyaa PP ganamaa kaasstee sochii gochaa jirti Jaallan kallatti kan jirtan #Of_Eeggannoo keessan cimsaan Dhaamsa keenyaa!
Gaara Arbaa✍️
#Dhaamsa_Of_Eeggannoo‼️
Godina Wallagggaa Lixaa Aanaa #Gullisoo fi #Aayiratti gandoota baadiyyaa keessaa humnaa lafoo fi #Dirooniin sochii gochaa jirti Jaallan kallatti sana jirtan #Of_Eeggannoo keessan cimsaan Dhaamsa keenyaa!
#Gaachanna_Oromoo✍️

#Of_Eeggannoo
Muka daakanii midhaani jedhanii nama nyaachisaa jiru😊
Magaalaa Finfinnee, Kolfee Qaraniyoo; bakka addaa Qoshee jedhamutti, namoonni man-kuusaa keessatti Xaafii fi laagaa mukaa[Sagaaturaa] Kuntaala 47 makanii gurgurtaaf osoo dhiyeessuuf jedhanii qabamaniiru.
![SabontuFiB's tweet photo. #Of_Eeggannoo
Muka daakanii midhaani jedhanii nama nyaachisaa jiru😊
Magaalaa Finfinnee, Kolfee Qaraniyoo; bakka addaa Qoshee jedhamutti, namoonni man-kuusaa keessatti Xaafii fi laagaa mukaa[Sagaaturaa] Kuntaala 47 makanii gurgurtaaf osoo dhiyeessuuf jedhanii qabamaniiru. https://t.co/xXi4KpDuCc](https://pbs.twimg.com/media/Fv3cYEhWAAk1H3c.jpg)
#Of_eeggannoo!
Aanaan Kiiramuu guyyaa har'aa duula geggeessaa waan jirtuuf uummanni keenyaa kallattii hunda irraan of eeggannoon akka gotaan. eeruu waliif laatu dhaamuu barbaanna!
#OF_EEGGANNOO!
RIB Diroonii VTOL jedhamu kan.mortarii darbachuu danda'u doolara guddaan bitee yaaliif Oromiyaa keessatti taasisuuf qophiitti jira. Of eeggannoo cimsaa! Waan barbadee haa fiduu ijjibataa falmaa jirtii baraa!

RIB Diroonii VTOL jedhamu kan.mortarii darbachuu danda'u doolara guddaan bitee yaaliif Oromiyaa keessatti taasisuuf qophiitti jira. Of eeggannoo cimsaa! Waan barbadee haa fiduu ijjibataa falmaa jirtii baraa! @DhiirooGarbii

#OF_EEGGANNOO!
RIB Diroonii VTOL jedhamu kan.mortarii darbachuu danda'u doolara guddaan bitee yaaliif Oromiyaa keessatti taasisuuf qophiitti jira. Of eeggannoo cimsaa! Waan barbadee haa fiduu ijjibataa falmaa jirtii baraa!

#OF_EEGGANNOO!
RIB Diroonii VTOL jedhamu kan.mortarii darbachuu danda'u doolara guddaan bitee yaaliif Oromiyaa keessatti taasisuuf qophiitti jira. Of eeggannoo cimsaa! Waan barbadee haa fiduu ijjibataa falmaa jirtii baraa!

#inbox
#Shambuu irraa
#Of_Eeggannoo!!.
Har'a RIB hedduminaan magaala Shambuu galtee Jaanmeed bakka jedhamu qubattee sirbaa oolteti.
Booru moo gara Jaardagaa Jaartee fi Amuruutti imaluuf jirti. Uummanni keenya daandiirra jirtan of eegannoo godhaa.
Daandii isaan deman irra of ega

#Of_Eeggannoo
Kaaba Lixa Shaggar /Salaalee
naannoo Darraa tuutittii Faanoon Amaaraa waal geessee mari’achaa jiraachuu odeeffannoon nagahe ni ibsa.
maal akka mari'attu hin beekamne.
uummani naannoo Tuutii bukkee jirtan ofeegannoo cimsaa garaam akkaa gortuu hin bekamnee.
#Of_Eeggannoo ijoollee oromootif.
Motummaan Ethiopia namoota 2210 ta'an biyyaa keessa fi biyyaa ambaa kan jiraatan toora feesbuukii,toora midiyaa hawaasa fi twitter irraatti qacaruun hojjachisuti jiraa hubadhaa. Basaastoota kana maqaa isaanii
#Raayyaa_feesbuukii jedhe moggasef.
#Of_Eeggannoo‼️
Magaaloota Gaachanni Oromoo to'ataa jiru keessatti Uummanni keenya Leencota keenya sodaattanii akka hin rifanne isin hubachiisaa, Suurraa gootummaatu irraa balaqqeessa'a malee Waraanni keenya kabaja inni lubbuu namaaf qabu isin iyyuu ni beektu.

Last Seen Hashtags on Sotwe
ai #teen
Seen from Malaysia
sidrachain_ct
Seen from United States
Quecosaspasan
Seen from United States
FunnyWrestling
Seen from United States
nolimits
Seen from Turkey
اقليم_الخرج
Seen from United States
bursatravesti
Seen from Turkey
madreehijo
Seen from United States
DONEM
Seen from United States
nonstretchypants
Seen from United States
Trends for you
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.6M followers

Barack Obama 
@barackobama
119M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.2M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.8M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.2M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.4M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
89.9M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
83.8M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.3M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.1M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.8M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.2M followers

Bill Gates 
@billgates
65M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
62.9M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.3M followers

CNN 
@cnn
61.8M followers

X 
@x
60.7M followers