Top Tweets for #QophiiLabataa
Hidhaa irraa gadhiifamuu hoggantoota siyaasaa akkasumas marii biyyoolessaa mootummaan Itoophiyaa karoorsee jiru irratti abdii fi yaaddoo dargaggoonni qaban laalchisee rogeeyyii lama dubbisne. #QophiiLabataa #Labata
https://t.co/mTctCWqFQ0
“Ameerikaa Keessatti Warra Filame,” gabaasa seenaan namoota siyaasaa Yunaaytid Isteets shan, maatiin isaanii Afrikaa irraa ta’anii itti galmeessame. Jarreen kun akkamitti fuula siyaasa Ameerikaa jijjiiraa akka jiranilee of-keessaa qabaa. #QophiiLabataa
https://t.co/HXjvj5y1hf
Artiisti Nuhoo Gobanaa fi Artiiisti Zarihuun Wadaajoo yeroo dhukkubsatanii jiranitti gaaree tumsa barbaaddame guuruf, namoota odeeffannoo dhaqabsiisuuf Feesbuukii fayyadame keessaa Masarat Dhaaabaa dubbisne. #QophiiLabataa #Labata
https://t.co/tDvdFx7vYt
Meskii Mangee shamarran Miidiyaa Hawaasummaa irratti dhageettii fi hordoftoota baayyee horatan, ‘social media influencer’ jedhaman keessaa takka. #MeskiMenge #Labata #QophiiLabataa
https://t.co/AY0VsPD8SP
Guyyaan dargaggoota barana, “Dandeettii waa-uumuu dargagootaatti fayyadamuudhan nyaataa fayyaaf gaarii ta’an oomishuun fayyaa namaa, akkasumas an biqiltuuleef fayidaa qabeessa” mata dure jedhu jalatti Hagayya 12 qophaahe. #Labata #QophiiLabataa
https://t.co/Hxif3tOjCl
Pirezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Atileet Daraartuu Tulluu, fi Woorlid Tekwaandodhan Olompikii irratti kan hirmaate Salamoon Tufaa hasoofsiisne, caqasaa. #QophiiLabataa #Labata #voaolympics
https://t.co/u1CgwXNunA

Mormii Oromiyaa bara 2014 qabee ture keessatti gaafileen dargaggoota Oromoo biraa ka’aa turan deebii argachaa jiruu?
Paartilee siyaasa Oromoo sadi keessaa hoogantoota dubbisne. #Labata #QophiiLabataa
https://t.co/7iGSZ0Myte
Last Seen Hashtags on Sotwe
monstercock
Seen from Israel
nnn
Seen from Belgium
maramalainagar
Seen from United States
wetpolly
Seen from Turkey
دنيا_السطايفية
Seen from Algeria
nutty()
Seen from Australia
ipcamera
Seen from Algeria
minichat(*)****************************************************************filter:videos
Seen from Brazil
Instabuzz
Seen from United States
turkifsa zorla
Seen from Turkey
Trends for you
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
240.6M followers

Barack Obama 
@barackobama
118.7M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.5M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.8M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.2M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
90M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
84M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.5M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.4M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.8M followers

YouTube 
@youtube
68.7M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.4M followers

Bill Gates 
@billgates
65.2M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
63.1M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.1M followers

CNN 
@cnn
61.7M followers

X 
@x
60.6M followers

