Top Tweets for #WALLOO
Balaa Abiddaa Godina #Walloo Kaabaa Aanaa Habruutti Mudateen Manneen 50 Olii fi Masjiidni Tokko Barbarraan Saaxilamuu Isaanii Gabaafame
Odeessa guutuuf dubbisaa https://t.co/EPXPB8baRK

#Walloo
Guyyaa Har'aa Lola irratti warra wareegama kanfalaan keessa tokkoo Aliyee Hassanii
Rabbii rahmata haa godhuuf
#Walloo
Guyyaa Har'aa Lola Aanaa Harxummaa Fursee karaa Jaarraatiin ture irratti warra wareegaman keessa tokko Ahmad Usiyyoo manguddoo hawaasa naannawa sanii fi mataa hawaasa sanii ture.
Nama 11 wareegama kanfalee😥

#walloo
Innaa Lillahi wa Innaa ileyhi raji'uun Obboleesaa keenyaf rabbin jannatan haa milkeesuu matii firaa isaa sabrii haa kennuf
Ammas humni finxaaleyyii faannoodha Aanaa Arxuma fursee karaa caffaa cafootin qeerroo kana nu galafaate Guraandhala 24/2/2026

~Impaayeri bututtuun #Abiyyin Durfamtuu #Walloo Ona #Guba_Laaftoo Buufata Fayyaa Magaalaa #Sankaa irratti Haleellaa dirooniin rawwachuun Shamaran,Da’imman fi Ogeessota fayyaa dabalatee namoota qulqulluu hedduu Ajjeesun dhagaahame.

#Walloo: Kaaba Oromiyaatti lola Faannoon Amaaraa banteen lubbuun Oromoota 9 darbuu fi 9 mada'aniru. #PPMustGo #AbiyMustGo #EmpireMustGo #EthiopiaMustGo

Uummata Oromoo #Walloo doorsisuu, qe’ee irraa buqqisuu, mana irratti gubuu, fi ajjesuun atattamaan dhaabbachu qaba. Finxaaleeyiin Amaara (#FANO), Oromiyaa keessaa buqqa’uu qabu. Nagaan Uummata Walloof! #WalloMassacre
Qee’een haadha iyyeessa uummata #Walloo gubatuu haati iyyeessa nama dirmatuuf dhabde. Iyyaa! Iyya dabarsaa! #WalloMassacre

Manni jireenya uummata Oromoo kan #Walloo keessa akkanaan jalaa gubaa jiru warri finxaalliyyi #Amhara. Iyyaa, iyya dabarsa! #WalloMassacre
Uummata Oromoo #Walloo doorsisuu, qe’ee irraa buqqisuu, mana irratti gubuu, fi ajjesuun atattamaan dhaabbachu qaba. Finxaaleeyiin Amaara (#FANO), Oromiyaa keessaa buqqa’uu qabu. Nagaan Uummata Walloof! #WalloMassacre
Qee’een haadha iyyeessa uummata #Walloo gubatuu haati iyyeessa nama dirmatuuf dhabde. Iyyaa! Iyya dabarsaa! #WalloMassacre
Last Seen Hashtags on Sotwe
تحرر_عائلي
tightshorts
Seen from Turkey
รับงานอุบล
Seen from Thailand
shakingorgasm
Seen from Indonesia
ฉีดควย
Seen from Thailand
nolimit menu()
Seen from United States
母子
Seen from United States
teenager filter:videos
Seen from Australia
สวิงกิ้งสงขลา
Seen from Thailand
creampie
Seen from United States
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241M followers

Barack Obama 
@barackobama
119.2M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
112M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.8M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
98M followers

NASA 
@nasa
92.2M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.2M followers

KATY PERRY 
@katyperry
88.4M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
82.3M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
73.8M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
71.1M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.2M followers

YouTube 
@youtube
68.7M followers

Bill Gates 
@billgates
64.3M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
64M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.4M followers

CNN 
@cnn
61.8M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
61.5M followers

X 
@x
60.8M followers