Top Tweets for #Xiinxala
#Xiinxala gabaabaa waa’ee #Fonqolcha Mootummaa #Gaboon!
By Ararsa Qaro
USA, Faransaay fi fonqolcha waraanaa Gaaboon keessatti raawwatame. 🇺🇸🇫🇷🇬🇦
—-
Chaanaaliin Raashiyaa Rybar waa'ee fonqolcha mootummaa Gaaboon keessatti raawwatame ilaalchisee xiinxala baayyee nama hawwatu maxxanseera.
Dhugaan jiru hogganaan fonqolcha mootummaa kanaa fi itti gaafatamaan Eegdota Rippabilikaanii Brice Oligui Nguema aangawoota U.S. waliin walitti dhufeenya cimaadha qaba.
Angawoonni Ameerikaa waggoota hedduudhaaf Nguema deeggaraa kan turan yoo ta’u, filannoo itti aanuuf kan qopheessaa turan yoo ta’u, filannoo kana keessatti injifachuun Alii Boongoo booda aangoo fudhachuu qaba ture. Kana malees, waggoota sadii dura, odeeffannoon miliqee toora interneetaa irratti bahe ture akka agarsiisutti Nguema manneen sadii kan maallaqaan bitame US, bulchiinsa Meeriilaandii keessaa akka qabu agarsiisa. Wanti nama kofalchiisu CIA’n dhimma kana qorachaa turuu isaati.
Garuu jeneraalli Ameerikaan deeggaru tokko pirezidaantii Faransaay deeggaru maaliif aangoo irraa buuse? Akka fakkaatutti mootummaan Ameerikaa kana booda aangawoonni Faransaay naannoo to’annaa isaanii jala jiran irratti faayidaa waloo warra dhihaa, kan USA dabalatee naannoo kana keessatti eegsisuu waan hin danda’iniif Waashingitan dhimmicha harka ishee keessa galfattee initiative Faransaayi irraa dhuunfachuuf murteessiteeti jirti.
Aangawoonni Faransaay sababa taatee Gaaboon kanaan hariiroon US waliin qaban hammachuutti deemuun isaa hin oolu. Maakroon haala kana dirqamaan liqimsuu qofa. Dhaabbanni tikaa Faransaay ergamne itti kenname erga pirezidaantichi Gaaboon keessatti itti murtaa’ee booda, Alii Boongoo fi maatii isaa gara mana hidhaa Morookootti akka jijjiiramuufi booda irra akkaataa itti gadhiifamuu isaanii, qofa qindeessuudha.
Akkasumas fonqolcha mootummaa booda daldalli Faransaay Gaaboon gadhiisuuf akka jiru kan nama hawwatu yoo ta’u, kunis akka hin taane, fakkeenyaaf Niijer keessatti dhaabbati yuuraaniyeemii Oraanoo achitti socho’uu ture ammaas hojii isaa itti fufeeti jira.
—-
#USA #Faransaay #Gaaboon
—-
Tana Dibbeen!
—-
https://t.co/vwF4X3oDda

#Dogoggora bulchiinsa ODP torban kanaa:
~~Lammaa fi Xayibaa aangoo irraa jijjiiruu===>#Ummatni ni aare
~~Addisuun falmaa seenaa kaasuu===>#Ummatni ni mufate
:::>#Xiinxala:"Sabboonummmaa oromoo irratti haleellaan aggaamame"===>#Ummatni abdii kutannaa hiriiraan ibsachuu!
Last Seen Hashtags on Sotwe
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.1M followers

Barack Obama 
@barackobama
119.1M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
112.4M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.8M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
98.1M followers

NASA 
@nasa
92.2M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.3M followers

KATY PERRY 
@katyperry
88.7M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
82.6M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
74.1M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
71.5M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.3M followers

YouTube 
@youtube
68.7M followers

Bill Gates 
@billgates
64.5M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
64.3M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.4M followers

CNN 
@cnn
61.8M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
61.7M followers

X 
@x
60.8M followers


