"#Afaan_Oromoo Addatti:- kan ABO miti, kan KFO miti, kan OPDO miti, ykn kan Waaqeffattootaa miti, kan kiristaanootaa miti, ykn kan Muslimootaa miti;
Afaan Oromoo kan Oromoota hundaati, kanaaf Afaan kana Guddisuun gahee hunda keenyaati malee, kan walitti ilaalluu ykn gamaa...