#Inbox
“Aanaa Abee Dongoroo Ganda Caruutti Maatii tokko keessaa Abbaa fi Haadha Dabalatee Daa'imman waliin Namoota Sagal (9) Kan Faannoon Rasha*nte keessasa Maatiin Obbo Bayan Hasan Abdullee isa tokko dha.”💔
“Suuraa maatii kanaa kan mir gadda kakaasan fi haamilee namaa tuqan dhoobuuf dhaabbatni Meettaa hin hayyamu waan ta’eef suuraa fi video as irratti hin maxxansine.
Anaa nyaattu 😭
#Inbox
“Kun Uummata qe'ee isaarraa buqqaafamee mana barumsaa #Kiiramuu keessa jiraniidha!😭”
These are the people displaced by #Fanno from #Kiiramuu, East Wallagga.