Home
Language
English
Türkçe
Bahasa Indonesia
About
Privacy Policy
Terms of Service
Pricing
Sign In
Download All
Share
Media Ko
@mediaoneko
Media Ko is a platform for high quality content in Oromo entertainment, lifestyle, news and stories. |Telegram: IG & FB:@mediaoneko|
Joined May 2020
0
Following
1.9K
Followers
2K
Posts
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Sudan declares full control of border territory settled by Ethiopians | Article [AMP] | Reuters https://t.co/vwdzXZCX22
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Dubartiin Itoophiyaa waggaa kudhan dura gara Xaaliyaanitti baqachuun re'oota horsiisuun beekamtuu taate kaleessa galgala kutaa ciisichaa isheetti ajjeefamtee argamuu Imbaasiin Itoophiyaa achi jiru mirkaneesse.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Media Ko Updates:
#Oromo
#Oromia
#Ethiopia
mediaoneko's tweet video.
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Namoota maqaa guddaa Afrikaan bara 2020 keessa dhabde.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Who to follow
Ziad Teshome
@ziad_te
Amensisa Ifa
@Amensisa_Ifa
Video Journalist at BBC News, #Ethiopia. #AddisAbaba. Views strictly my own, Retweets not endorsement!
Rogfur
@rogfur_
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Weellisaa Sinnishaaw Mul’taa Itichaa yeroo darbee gaafa gootni keenya Haceen waregamu reebicha poolisoota finfinneetiin naannoo jamootti irra ga'een gurri isaa waan midhameef yeroo amma kana yaala baqaqsanii hodhuu irra jira.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Daareektarri Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr. Teediroos Adhaanoom haalli nageenya Itoophiyaa ''hammaachaa jira'' jechuun kan isaan yaachisu ta'uu ibsan.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Miidiyaaleen hawaasa maqaa Letenaal Jenaraal Ababaw Taddasaa fi Letanaal Jenaraal Baacaa Dabaleetin banamee akka hin jirree Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksise.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallitti aanaa 08 mana barnoota Daraartuu Tulluu dugda duubaatti har’a guyyaa keessaa sa’atii 8:30tti daa’imman 2 boombii kufee argame osoo tuxuqanii dho’uun lubbuun daa’ima 1 yoo darbu, 1 ammoo miidhaan qaama qaqqabe.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
See More
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Godina Oomoo dhihaa aanaa Beerootti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi tilmaama Birrii miiliyoona dhibba 5 fi Miiliyoona 86 fi kumni dhibbi 1 kumni 42 qabu barbadaa’eera.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Media Ko Updates:
#Oromo
#Oromia
#Ethiopia
mediaoneko's tweet video.
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Ityoophiyaa fi Jibuutiin Daandii, tajaajilawwan buufataa fi bakka konkoolaattonni dhaabatan foyyeessuuf waliigaluusaanii himame.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
iraattota naannoo daangaa Itoophiyaa fi Sudaan kan dhiheenya kana sochiin waraanaa keessatti mul'atu jiraatanirra miidhaan wayita qaqqabu, namoonni hedduun qe’eesaanirraa buqqa’uu bulchiinsi Godina Gondar Lixaa beeksise.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Media Ko Updates:
#Oromo
#Oromia
#Ethiopia
mediaoneko's tweet video.
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Paartilee siyaasaa ulaagaa hin guunne 2 haqeera. Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Paartii Biyyaalessaa Oromoo fi Paartii Demookraatawaa Biyyaalessaa Sidaamaa ulaagaa hin guunne jechuun haqeera.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Manni Maree naannoo Beenishaangul Gumuz boru yaa’ii ariifachiisaa akka gaggeessu ibsame. Itti aantuun Af Yaa’ii mana maree naannichaa aadde Alamnash Yibaas akka ibsanitti, manni maricha boruu magaalaa Asoosaatti yaa’ii aariifachiisaa ni gaggeesssa jedhan.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
See More
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Ogeessi kaameraa tajaajila oduu Rooyitarsi Kumarraa Gammachuu Kamisa galgala miseensoota Poolisii Federaalaan mana jireenyaa isaatii akka fuudhamee hidhame maatin himaniiru.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Manni Murtii Waliigala Oromiyaa mana murtii aadaa hundeessufi. Oromoonni seera ammayyaatiin cinaatti dhimmoota hawaasummaa keessatti isa mudatan, kan akka waldhibdeewwan maatii fi ollaa akkasumas kan gosaa jaarsummaadhaan furata.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Ethiopia accused of war crimes in Mai Kadra massacre | Morning Star https://t.co/a9wH2CZ3W6
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Filannoo Itoophiyaa Caamsaa 28 gaggeeffamuuf paartiin KFO filannoorratti dorgomuuf miseesotaa fi itti gaafatamtooti isaanii hidhaa jiran akkasumas biirolee paartii isaanii gandaa haga zooniitti hedduun cufamanii jiraniif falii akka barbaadamu gaafatan.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
See More
Media Ko
@mediaoneko
over 5 years ago
Itti Aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee bakka argamanitti dubartoonni qofti kan konkolaachisaan taaksiin Saragillaa tajaajjila eegaleera.
@Mediaoneko
@Mediaoneko
Last Seen Users on Sotwe
Karımla Fanteziler.
Seen from
Turkey
𝔞𝔰𝔱𝔞 𓆩𓆩︎༒𓆪𓆪
Seen from
Singapore
ولد سالب
Seen from
Switzerland
KD2.O🍻🫂🔞
Seen from
Germany
Juan Angel
張 | windows
Seen from
Ukraine
Yolanda Anggi
Seen from
Singapore
Abang Ganas
Seen from
Malaysia
Javier Fernandez
Seen from
Puerto Rico
۟
Seen from
United States
Trends for you
1
Usman
Under 10K tweets
2
#SNME
Under 10K tweets
3
Tate
Under 10K tweets
4
Santana
Under 10K tweets
5
#OPLive
Under 10K tweets
6
Kelsey Mitchell
Under 10K tweets
7
#PerthSantaConcertD2
Under 10K tweets
8
chivas
Under 10K tweets
9
#MyAdventuresWithSuperman
Under 10K tweets
10
Jennifer Finch
Under 10K tweets
Most Popular Users
1
Elon Musk
@elonmusk
240.9M followers
2
Barack Obama
@barackobama
119.2M followers
3
Donald J. Trump
@realdonaldtrump
111.8M followers
4
Cristiano Ronaldo
@cristiano
111.7M followers
5
Narendra Modi
@narendramodi
107.1M followers
6
Rihanna
@rihanna
97.9M followers
7
NASA
@nasa
92.2M followers
8
Justin Bieber
@justinbieber
91.1M followers
9
KATY PERRY
@katyperry
88.2M followers
10
Taylor Swift
@taylorswift13
82.1M followers
11
Lady Gaga
@ladygaga
73.6M followers
12
Virat Kohli
@imvkohli
70.8M followers
13
Kim Kardashian
@kimkardashian
70.1M followers
14
YouTube
@youtube
68.7M followers
15
Bill Gates
@billgates
64.2M followers
16
Neymar Jr
@neymarjr
63.7M followers
17
The Ellen Show
@theellenshow
62.4M followers
18
CNN
@cnn
61.8M followers
19
Selena Gomez
@selenagomez
61.3M followers
20
X
@x
60.8M followers
Olivia
Online
✨
⭐
💫