@MogesTeshome10@dagmawi_belay "Oromoon, 'waxalaan reetii qeerransa irratti iyyite' jedha. Utuu ati hin dhalatin, dhalattees waa'ee Itoophiyaa utuu hin beekin, beiktees utuu hin hubatin, Shaalaqaa Daawit gad fageenyaan beeka. Nama guddaa barumsa akaadaamiitiin kan hin hamatamne fi beekumsa siyaasaa gadi /1