Home
Language
English
Türkçe
Bahasa Indonesia
About
Privacy Policy
Terms of Service
Pricing
Sign In
Download All
Share
Osman Adem
@Oftahi21117
Jaarraa Warra Baabboo.
Ethiopia
Joined May 2023
1.7K
Following
845
Followers
112
Posts
Osman Adem
@Oftahi21117
almost 3 years ago
Oromiyaan abbaa qabdi. Abbaan arge abbaa dhimmaa Oromiyaa of gochuuf yaalaa ture warra ergama diinaa qabaachuu isaanii ofirratti baruu dadhabaniidha.
Osman Adem
@Oftahi21117
almost 3 years ago
Biyyootni namaa kaa “Abbaan Iyyu malee gandi namaa hin birmatu “ jedhu nirkaneessan. Hamaas jabaatnaan fira birmatu hedduu argachuu jira.
Oftahi21117
retweeted
Dhiiroo Garbii
@DhiirooGarbii
almost 3 years ago
Gaafatamaa Jaarmiyaa ABO-WBO Idil-addunyaa, Jaal Qajeelaa Siraajii fi Gaafatamaa Ijaarsaa fi Siyaasaa Jaarmayaa ABO-WBO biyya Alaa, Jaal Cichaa Goobaa keessummoota Qophii Addaa ONM-ABO Galgala Hardhaati. Sagantaan kun galgala kana akka yeroo Finfinneetti sa'a 2:00 PM irratti
See More
Osman Adem
@Oftahi21117
almost 3 years ago
Tirachaa tirtirta taanaan yoo fiigde akkam tahuufii?
Who to follow
Barsen Asefa
@BarsanAsefa
Student at Addis Ababa university; political science and international relations
Taju Jamaal
@Oromiyaabiyya2
Osman Adem
@Oftahi21117
almost 3 years ago
Yeroo hunda ba’aa baachuutu sitti muldhatu taanaa hiree harreetu si muudate osoo hin tahin sumatu harree tahe.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
Kan of-tahuu hanqatee halagoome fira hin beeku taheef farra tahee obboleessa ofii dhabamsiisuu dandaha waan taheef irraa of eeggachuuf atiyyuu of-tahi.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
@MoaAbagodu Oromootu osoo imaammata, heerri, seerrii keessaa bahee tarsiimoo gahaa qabu kan dambiin bulmaata qaamoolee sirni Gadaa gubbaa han gadii ittiin geggeeffamu waakkatee yaada xixiqqoodhaan qabamee of miidhaa jiru of sirreessee wal taliguu qaba.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
@YeroonAmma3
Waca gabaa daginoo kana keessaa maal bittanii gurgurachuu dhufanii?
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
Oromoon mootummaa hin qabu. Garee ilaalcha itoophiyaatiin machooftee tiksuus hin qabu.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
Bakki filatamaan jiruu ati qabdu jireenyatti jijjiiru bakka kana yoo tahe hiika jireenyaa barta.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
Alaabaan Oromiyaa furtuu nageenya keenyaati.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
Alaabaa Oromiyaa. Alaabaa kanaaf jecha waan hunda dhiisanii imaammata Oromiyaa tiksuutu furmaata hundeedhaa fida.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
Alaabaan keenya alaabaa biyyoota kamuu waliin wal qixa. Alaabaa keenyatu vaala jechuuf ammallee walabummaan biyya keenyaa hin labsamne.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
@Lina199d
Tuuta maraattootaa.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
Oromoon media qaba moo hin qabuu? Yoo qabaate isa kamii?
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
https://t.co/cbPL020jRK
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
Aaduu aadeffattee dhukkuba hin jirre aadda malee fayyaan akka keetii hin jiruu ka’ii wixxofadhu.
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
@MubarakAlanaz16
الله اكبر
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
@asgore6545
اللهم صلي وسلم على سيدنا وحبيبنا محمد وعلى آله وأصحابه أجمعين
Osman Adem
@Oftahi21117
about 3 years ago
"SABBAR ZEENA (ODUU AMMEE)" Tadele Gemechu 2023
#musicvideo
#sewasewmult
... https://t.co/6nODwCVbOF via
@YouTube
Last Seen Users on Sotwe
huỳnh thắng
Seen from
Vietnam
daddy wat นวดอโรม่า
Seen from
Thailand
Family Fun | REAL 1nc3st videos!!
Seen from
Pakistan
Official Mira Love
Seen from
United States
kosong
Seen from
Indonesia
Türbanlı Sevdalısı9898
Seen from
Germany
الكبير
Seen from
United States
Tencent Hy
Seen from
Singapore
Yesseniaaa.ar
Seen from
Chile
العصــــ،،ـابــة
Trends for you
1
Zelda
Under 10K tweets
2
Shelton
Under 10K tweets
3
Good Wednesday
Under 10K tweets
4
Ocarina of Time
Under 10K tweets
5
Nintendo
Under 10K tweets
6
Ground Zero
Under 10K tweets
7
Mamdani
Under 10K tweets
8
Michigan
Under 10K tweets
9
Giuliani
Under 10K tweets
10
Hump Day
Under 10K tweets
Most Popular Users
1
Elon Musk
@elonmusk
241.6M followers
2
Barack Obama
@barackobama
119M followers
3
Cristiano Ronaldo
@cristiano
114.2M followers
4
Donald J. Trump
@realdonaldtrump
111.8M followers
5
Narendra Modi
@narendramodi
107.2M followers
6
Rihanna
@rihanna
98.7M followers
7
NASA
@nasa
92.4M followers
8
Justin Bieber
@justinbieber
91.8M followers
9
KATY PERRY
@katyperry
89.9M followers
10
Taylor Swift
@taylorswift13
83.8M followers
11
Lady Gaga
@ladygaga
75.3M followers
12
Virat Kohli
@imvkohli
73.1M followers
13
Kim Kardashian
@kimkardashian
70.8M followers
14
YouTube
@youtube
68.8M followers
15
Neymar Jr
@neymarjr
66.1M followers
16
Bill Gates
@billgates
65M followers
17
Selena Gomez
@selenagomez
62.9M followers
18
The Ellen Show
@theellenshow
62.3M followers
19
CNN
@cnn
61.8M followers
20
X
@x
60.7M followers
Olivia
Online
✨
⭐
💫