Home
Language
English
Türkçe
Bahasa Indonesia
About
Privacy Policy
Terms of Service
Pricing
Sign In
Download All
Share
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
Amma dandeessetti namaf gaarii ta'uuf yaali
Joined June 2024
67
Following
56
Followers
196
Posts
oromoo74996
retweeted
Dhiiroo Garbii
@DhiirooGarbii
almost 2 years ago
Seenaa hordofaa https://t.co/ZmXURr1CbS
oromoo74996
retweeted
Gurraacha Morkaa
@GurraachaM69595
almost 2 years ago
Zooniin madda albuudaa akka WBO sirriin bosonatti hafe diinatti argisiise OROMIYAAN BIYYA
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Obbo Taayyee Danda'aa manni murtii Mirga wabiitiin gadhiifnaan namoonni Maskii uffatanii of dhoksanii jiran ukkaamsanii as buuteesaa dhabamsiisuun dhagahame!
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Nama miidhuurra namaan miidhamuutu caala! Namatti hin darbin, namas hin miidhin !
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
https://t.co/0VR2ZMcRoS
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Haqa malee daba hin qabnu nu beeku
oromoo74996
retweeted
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
PPn gantoota mana laatteefii galchite tokko tokko irraa fudhattee ari'aa jirti edhan 😃
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
PPn gantoota mana laatteefii galchite tokko tokko irraa fudhattee ari'aa jirti edhan 😃
oromoo74996
retweeted
Dhiiroo Garbii
@DhiirooGarbii
almost 2 years ago
"Waadaadha duubatti hin deebinu, Jedhu humni Jajjabee haaraa Kaaba Oromiyaa Walloo Barsiifadhu dhaloota Abdii Oromootaa! Baga Milkooftan 💪💪💪
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Barreeffama kana jalqaba Yeroon Argu Fiiziksii natti fakkaatee🤔 Garuu baayyee natti tolee♥️❣️
oromoo74996
retweeted
OROMIAN
@OROMIANIST
almost 2 years ago
Kun nuuf, Oromiyaanotaaf injifannoodha!! Kun jaalala fi kabaja aadaa isaaf Oromoo qabu ibsa. Addunyaanis akkasumaan Oromoo hubata. Manzeen duubbaatti!!
#NoMoreAmaranization
#Irreecha2024
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Hamatamaan Leenca. Hamattuun Adurreedha. Gaafa jabaattu maqaa keetu diina raasa. Marroon sirna jechumaafi 👊
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
WBO Zoonii kibbaa Bahaa Oromiyaa Godiin Arsii Bahaa Aanaa Zuwaay Dugdaa Keessatti Waraana Diina Maqaa Sakkattaa WBO Jedhun Bobbaate 26 Ajjeessuun 37 Madeessee Injifannoo Boonsaa Galmeessee.
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Muka firii qabuu fi nama kaayyoo qabuti gufutu itti baayy'ata 🥺😭
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Muka firii qabuu fi nama kaayyoo qabuti gufutu itti baayy'ata 🥺😭
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Qabsoon obsa gaafata. Ni hadhooftis!
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Sammuu walabaa qofatu yaada walabaa maddisiisuu danda'a .!
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Sammuun Akka Gandaatti Yaaduu bare, Gandoota Kaan Ammoo Akka biyya Ollaatti ilaala!
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
almost 2 years ago
Warra gandummaan joonjesse faana mataa dhukkubsachuurra unfriend ykn block qofa.👊😀
Araddoo Bokkuu
@oromoo74996
about 2 years ago
Qoreen waraanamee Faanni isaa dhiigaa Gameessi waraanaa Sabaaf of wareega.!" Gurmuu Bunnoo
Last Seen Users on Sotwe
正妹大尺度寫真團
Seen from
Indonesia
[email protected]
Seen from
United Kingdom
Long Cuto 18CM
Seen from
Vietnam
tomohiro
Seen from
United States
تامر جمال (الجوكر المصري)
Seen from
Egypt
Mustafa kahraman
Seen from
Vietnam
Ecem Ersoy
Seen from
United States
شيطان تونسي
Seen from
Saudi Arabia
Curves Lover
Seen from
Germany
المهند ضرغام
Seen from
United States
Trends for you
1
Zelda
Under 10K tweets
2
Shelton
Under 10K tweets
3
Ocarina of Time
Under 10K tweets
4
Good Wednesday
Under 10K tweets
5
Nintendo
Under 10K tweets
6
Ground Zero
Under 10K tweets
7
Tiafoe
Under 10K tweets
8
Mamdani
Under 10K tweets
9
Michigan
Under 10K tweets
10
Giuliani
Under 10K tweets
Most Popular Users
1
Elon Musk
@elonmusk
241.6M followers
2
Barack Obama
@barackobama
119M followers
3
Cristiano Ronaldo
@cristiano
114.2M followers
4
Donald J. Trump
@realdonaldtrump
111.8M followers
5
Narendra Modi
@narendramodi
107.2M followers
6
Rihanna
@rihanna
98.7M followers
7
NASA
@nasa
92.4M followers
8
Justin Bieber
@justinbieber
91.8M followers
9
KATY PERRY
@katyperry
89.9M followers
10
Taylor Swift
@taylorswift13
83.8M followers
11
Lady Gaga
@ladygaga
75.3M followers
12
Virat Kohli
@imvkohli
73.1M followers
13
Kim Kardashian
@kimkardashian
70.8M followers
14
YouTube
@youtube
68.8M followers
15
Neymar Jr
@neymarjr
66.1M followers
16
Bill Gates
@billgates
65M followers
17
Selena Gomez
@selenagomez
62.9M followers
18
The Ellen Show
@theellenshow
62.3M followers
19
CNN
@cnn
61.8M followers
20
X
@x
60.7M followers
Olivia
Online
✨
⭐
💫