@BadheeA Hayyee kun wanta gaariidha jalqaba kan barbaadda jiru bu'a lakkaa'udha, bu'a lakka'uf immoo eenyu kaayyoo keenya galman nu gaha kan jedhu adda baasu. Erga adda bahe Public ti yoo gad baanne nama public san faayadamun wanta barbanne galman geenya.