Top Tweets for #ABUT
#Yuunaayitid_Isteetis miseensota #ABUT “ejjennoo hin fooyyofne qabanii” fi maatii isaanii irratti uggura #viizaa kaa’uu ibsite
Odeessa guutuuf dubbisaa https://t.co/smIMCv0PSh

芹さんおはよん☀️𓂃 𓈒𓏸今日のくまさん🧸はどうかな?春はもうすぐ花粉はピーク🤧頑張ろうね🔥ほどほどにね(>ᴗ<)
#abut
Oduu: #Itoophiyaan ‘#Eertiraa, murni #ABUT, fi gareewwan hidhatan biroo ganna dhufutti haleellaa guddaa raawwachuuf karoorfatan’ jechuun himatte https://t.co/9fUToPzzo9
Mootummaan Eertiraa “Itoophiyaa tasgabbii dhabsiisuuf hojjechaa jira" jechuun himatte.
Oduu: #ABUT haqamuun isaa “waliigaltee Piriitooriyaa kan cabsudha” jechuun Gamtaan Afrikaatti iyyate https://t.co/s66ESKFszA
Gamtichi dhimma kanarratti walgahii paanaalii olaanaa ariifachiisaa akka waamu fi dhimmicha ajandaa Mana Maree Nageenyaa Gamtichaatti akka galchu gaafate.
Oduu: Boordiin Filannoo Biyyaalessaa #ABUT paartii siyaasaa keessaa haqamuu ibse https://t.co/F00ZL48pCy
Boordichi murtoo kanaaf akka sababaatti kan eere paartichi yeroo ji’oota sadii kennameef keessatti “tarkaanfiiwwan sirreeffamaa” fudhachuu dhabuun akka ta’e ibseera.
Oduu: #ABUT eeyyamni isaa guyyoota booda akka haqamu Boordii Filannootiin akeekkachiifamuus akka haaraatti akka hin galmoofne beeksise
https://t.co/PhnB9CTXvG
Oduu: #ABUT “Paanaaliin #Gamtaa_Afrikaa hatattamaan walitti qabamee raawwii Waliigaltee Piriitooriyaa irratti akka mari’atu” gaafate https://t.co/TDsV73Q1XU
Dura Taa'aan ABUT Dabratsiyoon Gabramikaa’el haalota raawwii Waliigaltee Nagaa Piritooriyaa "yaaddeessaa" ta'uu himan.
Oduu: #ABUT mootummaan federaalaa waliigaltee Piriitooriyaa "cabsaa jira" jechuun himate https://t.co/dqeur5An1X
ABUT ibsa isaatiin, mootummaan federaalaa Waliigaltee Piriitooriyaa “cabsaa jira”, murteewwan “kophaa” dabarsaa jira jechuun qeeqeera.
Oduu: #ABUT beekamtiin Boordiin Filannoon kenne “haqamus haqamuu baatus faayidaa seeraa hin qabu” jedhe https://t.co/FHxdxGQCK2
Paartichi kana kan jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa galmeen ABUT haqamuu akka danda'u akeekkachiisa kennuu hordofeeti.
Oduu: Dabratsiyooniin kan durfamu #ABUT “Geetaachoo Raddaatin aangoo pirezidaantummaa irraa kaasuu" ibse https://t.co/asop7oUJ7n
Bakka isaanii nama pireezidaantii bulchiinsa yeroo naannichaa ta'u mootummaa federaalaa waliin mari’achuudhaan akka beeksisuus paartichi ibseera.
Oduu: Paarlaamaan labsii #ABUT irra deebiin beekamtii seera qabeessummaa akka argatu taasisu raggaase https://t.co/PCULKEv7F6
Akkaataa labsii kanaan, gareewwan siyaasaa karaa nagaan socho’uuf fedhii agarsiisan “haala addaan” paartii siyaasaa seera qabeessa taasifamanii galmaa'u.
Oduu: Wixineen labsii gareewwan siyaasaa kanaan dura sochii nagayaa ala turan seera qabeessa taasisu paarlaamaaf qajeelfame https://t.co/FClkuOJX2H
Labsiin kun Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (#ABUT) beekamtii seera qabeessummaa irraa muluqame deebisee akka argatu ni taasisa.
Oduu: Paartileen #Badhaadhinaa fi #ABUT “haala walitti bu’iinsa uumuu danda’an kamiiyyuu waliin ittisuuf” waliigalan https://t.co/U7svO38LyE
Hoggantoonni paartilee lamaan har’a Caamsaa 15 yeroo sadaffaaf Maqaleetti marii siyaasaa gaggeessaniiru.
Last Seen Hashtags on Sotwe
Trends for you
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
240.8M followers

Barack Obama 
@barackobama
119.2M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.7M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
111M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107M followers

Rihanna 
@rihanna
97.8M followers

NASA 
@nasa
92.2M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91M followers

KATY PERRY 
@katyperry
87.9M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
81.7M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
73.3M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
70.3M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
69.9M followers

YouTube 
@youtube
68.7M followers

Bill Gates 
@billgates
64M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
63.1M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.4M followers

CNN 
@cnn
61.9M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
61M followers

X 
@x
60.8M followers




