Top Tweets for #Addunyaa
Jaal @booreelammii1 described it well!
๐๐ฝ๐๐ฝ
๐#Survival of the fittest (Charles Darwin)
```````````````````````````````````````
๐#Addunyaa warri humna qabu warra humna hin qabne meeshaa godhatan keessatti, #Sabni humna hin qabne gatiinsaa xiqqoo dha.
๐ฟ #Impaayera tana keessatti Oromoon Bakka 4 tti du'a.
1:-#Mana_Baruumsatti_du'a. Cariculemin Barnoota akka jiruu hiyyeessaa waggaa waggaan jijjiiramu Kun jalqaba barsiisaa ajjeesa, barsiisan immoo barataa ajjeesa. Barsiisan Sirna Barnoota ministeera Barnoota baananiifuu hin galle hojiitti hiikuutti mataa luqqa'a, garaan barataammoo isaan luqqa'a.
๐#Doktorri akkasiin eebbifamu dhukkubsataa ajjeesa, #Enginerri Ijaarsa Ajjeesa, #Abbaa_seeraa Haqa Ajjeesa, #Management bulchiinsa ajjeesa. Ida'amnisaammoo #Saba Ajjeesa Sabni du'e #biyya Ajjeesa.
Dhaloonni riphe lolaa kasaarte harka namicha Birhaanuu naggaa jedhamutti du'ee harka Birhaanuu Juulatiin Awwaalama.
2ffaa:-#Dirree_Waraanitti du'a jechuu kooti. Oromoon Jumlaan Affasamee ofis, Amaaras, Tigrees lolaa ture lolaas jira. Lola TPLF waliin ta'e qofa irratti lubbuu 550k oltu bade. Isaan keessaa walakkaan Oromoo akka ta'e hin shakkisiisu. Lubbuun bade Kun tigraayi Finfinnee geesse jiraa? Finfinneehoo tigraayi geessee jiraa? Jarri Kun maalirratti akka wal lolan maalirratti akka araaraman lubbuun biyyee ta'e Kun waan beeku qabaa? Akkamitti waraabessa harreerraa eeguf lubbuun Amma kanaa lafatti bada? Gaaffii sammuunkoo na gaafate dha.
3ffaa:-#Barnoota_Dhabee du'a!
Dhaloonni barate gaaffii mirgaa gaafata. (B.J.Taaddasaa Birruu)
Yoo hin baranne namni meeshaa waaqni warra Barateef tolche ta'a jechuu dha.
Oromiyaa keessa manni Barnootaa hin jiru, manni yaalaa hin jiru. Sammuun ijoollee dibbeessa rasaasaan dhiphachaa guddata. Akka bara durii fagaatee barachuufuu sammuunsa du'ee dhalata. Hattuu, Araadduu ta'a, biyyaaf biyyoo hin beeku, jaalalaaf jibba hin beeku.
๐Dhaloonni hin baranne Kun Du'aa deemu jechuu dandeenya. awwaalcha qofa eeggata
4ffaa:-#karaarratti Du'a. Minishaanis dhayee ajjeesa, kaabineef kaadireenis tumtee ajjeesti. Lafarraa meeshaa guddaan Qilleensarraan Diroonitu ajjeesa. Beela'ee karaarratti goga. Dhukkubsatee du'ee biyyoo ta'a.
Walumaa galatti Sabni humna hin qabne dhageettii hin qabu. Sabni dhageettii hin qabne du'aaf jiraansaas gatii hin qabu.
Oromiyaatti Gatiin #foonii qaala'eet gatiin #namaa rakase. Namni du'ee waliif gadduu dagateet natti ajaawaa qofaaf reeffa ofirraa fageessa. taatus Ammayyuu rafaa Jirra, Sabni akkasiin jiru Kun Ammayyuu ciree wal qircata, gatii qaalessee wal gurgura ofis Gabaa dhabee of gurgura. Beekaa gula hin galu beekee waliin galu. Cabaa sukkuummata, ciisee gangalata. gatii namaa eenyutu rakasiiseree?
๐ Si biratti #Gatiin namaa meeqaa?
@followers @highlight
Godaannisa Seenaa

Hunduu harka ilmaan Abbaa caalii jiraam #Jaal #Jireenyaa #Addunyaa fii #Surraa #Gindaabaa Hogeeyyoti qabsichaa ๐๐ฅฐ

#33389tweets lang:hu #ใใณใฌใชใผ่ช #AfaanHaangaarii๐ญ๐บ #Guraandhala25, 2023
#Addunyaa #GuyyaaHo'#aGadiaanaa
Guyyaa kana bara 1897, keessatti hoโi aanaan #Addunyaa keessatti #galmee #OdawaraCityKanagawaPrefecture, #manaturuu #ๅฎถใซใใใใใ #telework digrii seentigireedii #41taโe.
Waancaa Addunyaa Katar irratti taasifameen #Senegaal #Ingilaandiin 3 fi 0'n mo'amtee dorgommii kanarraa baate jirti. Dilbata dhufu Ingilaandii fi Faransaay Woliin ni taphatu.
#Addunyaa Qaxar2022 | #Qatar2022 | #Qatar2022

#Addunyaa irraa homaa hin eegin Oromoo Koo. Warrii Kan hidhateef malee Kan gabroomeef gurra hin laattu ykn Kan qabeenya qabuuf malee ykn Kan biyya waliin saamsiisu qofa feeti adduunyaan. Kanaafu ofumaaf jecha haa falmannu gabrummaa jalaa bahuuf waliin taanee falmachuu qofa furman

#Lionelmessi yeroo 7ffaaf badhasa guddaa kubba miilaatin kennamu #BallonDor2021 moo'ate jira.jaalatoni kubbaa miilaa fi deggartoni #LionelMessi bagaa gammadaani! #Messin yeroo 7ffa badhaasa guddaa kana moo'atu abbaa record #addunyaa taa'erraa.
#Congratultion lionel messi!
๐ฅ๐โฝ๏ธ

Oromoon tuffii warri #Ertiraa ummata #Itophiyaaf qabdu hubadhaa, jarri kuni #FaayidaaDinagdee qaban dhugoomsuuf #SabaaFiSablammii Itoophiyaa bulchuu barbaadu, sabanisaammoo #Addunyaa ammayyoomte faana beekumsaan kan qaroomaniidha jedha barreeffamni kuni.

#addunyaa kanarraati Namni kijibaan akka Mootummaa itoophiyaa #AbiyAhmadAli hin jiruu !!!
Addunyaa kanarraati siyaasa gowwaa akka siyaasa #Bilxiginaatis argee hin bekku.#siyaasan sosobnee biyyaa bulchinaaf jette gowwummaa fi kijibaa ofii ofi saaxila jirtii.
#AbiyMustGo
#Shame
Afaan Oromoo baay'ina nama ! Dubbatuun Toopiyaa irraa 1ffaa, Afrikaa irraa 2ffaa, #Addunyaa irraa Meeqaffaadha?... https://t.co/KmaYMyzola
Last Seen Hashtags on Sotwe
ๆฉ้ฆ
anxiouspandaa
cosplay #ๅทจไนณ
Seen from United States
alanyatrave๏ฌ
i
Seen from Turkey
เนเธญเธตเธเธฒเธเนเธกเน
Seen from Thailand
minichat video*
Seen from Brazil
overstimulation filter:videos min_faves:500
Seen from Germany
fnia3d
Seen from Greece
blackedhentai captions
Seen from Germany
ometv latina
Seen from Malaysia
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.5M followers

Barack Obama 
@barackobama
118.8M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.5M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.9M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.3M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
90M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
84M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.5M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.5M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.9M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.5M followers

Bill Gates 
@billgates
65.3M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
63.1M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.2M followers

CNN 
@cnn
61.7M followers

X 
@x
60.7M followers












