Top Tweets for #Impaayera
#Tumsi Huumna waloo Naannoo Lixa Walloo keessatti Tiksituu sirna #Impaayera Nam-Tokkee Abiy Ahmed Ali ona #Maqadallaa jedhamutti haalaan adabanii jiru.
Ijoolleen #Zallaqee_Qilxuu fi #Warqituu_Walloo injifannoon goolabanii jiru. ๐ซก๐ซก๐ช๐พ๐๐พ

#Impaayera afaan qawween ijaarramee kichuuwwanii fi beektota keenya fixaa jiruuf bagaa nu ajjeestee jedhanii harka rukutuu jechuun eenyummaa ofii beekuu dhabuu fi seenaa ofii wallaaluudha!
#Maal Goona Hiree keessanii.
#

#Impaayera afaan qawween ijaarramee kichuuwwanii fi beektota keenya fixaa jiruuf bagaa nu ajjeestee jedhanii harka rukutuu jechuun eenyummaa ofii beekuu dhabuu fi seenaa ofii wallaaluudha!
#Maal Goona Hiree keessanii.

#Impaayera afaan qawween ijaarramee kichuuwwanii fi beektota keenya fixaa jiruuf bagaa nu ajjeestee jedhanii harka rukutuu jechuun eenyummaa ofii beekuu dhabuu fi seenaa ofii wallaaluudha!
#Maal Goona Hiree keessanii.
#

Jaal @booreelammii1 described it well!
๐๐ฝ๐๐ฝ
๐#Survival of the fittest (Charles Darwin)
```````````````````````````````````````
๐#Addunyaa warri humna qabu warra humna hin qabne meeshaa godhatan keessatti, #Sabni humna hin qabne gatiinsaa xiqqoo dha.
๐ฟ #Impaayera tana keessatti Oromoon Bakka 4 tti du'a.
1:-#Mana_Baruumsatti_du'a. Cariculemin Barnoota akka jiruu hiyyeessaa waggaa waggaan jijjiiramu Kun jalqaba barsiisaa ajjeesa, barsiisan immoo barataa ajjeesa. Barsiisan Sirna Barnoota ministeera Barnoota baananiifuu hin galle hojiitti hiikuutti mataa luqqa'a, garaan barataammoo isaan luqqa'a.
๐#Doktorri akkasiin eebbifamu dhukkubsataa ajjeesa, #Enginerri Ijaarsa Ajjeesa, #Abbaa_seeraa Haqa Ajjeesa, #Management bulchiinsa ajjeesa. Ida'amnisaammoo #Saba Ajjeesa Sabni du'e #biyya Ajjeesa.
Dhaloonni riphe lolaa kasaarte harka namicha Birhaanuu naggaa jedhamutti du'ee harka Birhaanuu Juulatiin Awwaalama.
2ffaa:-#Dirree_Waraanitti du'a jechuu kooti. Oromoon Jumlaan Affasamee ofis, Amaaras, Tigrees lolaa ture lolaas jira. Lola TPLF waliin ta'e qofa irratti lubbuu 550k oltu bade. Isaan keessaa walakkaan Oromoo akka ta'e hin shakkisiisu. Lubbuun bade Kun tigraayi Finfinnee geesse jiraa? Finfinneehoo tigraayi geessee jiraa? Jarri Kun maalirratti akka wal lolan maalirratti akka araaraman lubbuun biyyee ta'e Kun waan beeku qabaa? Akkamitti waraabessa harreerraa eeguf lubbuun Amma kanaa lafatti bada? Gaaffii sammuunkoo na gaafate dha.
3ffaa:-#Barnoota_Dhabee du'a!
Dhaloonni barate gaaffii mirgaa gaafata. (B.J.Taaddasaa Birruu)
Yoo hin baranne namni meeshaa waaqni warra Barateef tolche ta'a jechuu dha.
Oromiyaa keessa manni Barnootaa hin jiru, manni yaalaa hin jiru. Sammuun ijoollee dibbeessa rasaasaan dhiphachaa guddata. Akka bara durii fagaatee barachuufuu sammuunsa du'ee dhalata. Hattuu, Araadduu ta'a, biyyaaf biyyoo hin beeku, jaalalaaf jibba hin beeku.
๐Dhaloonni hin baranne Kun Du'aa deemu jechuu dandeenya. awwaalcha qofa eeggata
4ffaa:-#karaarratti Du'a. Minishaanis dhayee ajjeesa, kaabineef kaadireenis tumtee ajjeesti. Lafarraa meeshaa guddaan Qilleensarraan Diroonitu ajjeesa. Beela'ee karaarratti goga. Dhukkubsatee du'ee biyyoo ta'a.
Walumaa galatti Sabni humna hin qabne dhageettii hin qabu. Sabni dhageettii hin qabne du'aaf jiraansaas gatii hin qabu.
Oromiyaatti Gatiin #foonii qaala'eet gatiin #namaa rakase. Namni du'ee waliif gadduu dagateet natti ajaawaa qofaaf reeffa ofirraa fageessa. taatus Ammayyuu rafaa Jirra, Sabni akkasiin jiru Kun Ammayyuu ciree wal qircata, gatii qaalessee wal gurgura ofis Gabaa dhabee of gurgura. Beekaa gula hin galu beekee waliin galu. Cabaa sukkuummata, ciisee gangalata. gatii namaa eenyutu rakasiiseree?
๐ Si biratti #Gatiin namaa meeqaa?
@followers @highlight
Godaannisa Seenaa

Har'aas Jechuma Waggoota 5nan Har'a jedhe irran Deebi'a. QBO #Impaayera Yakkamtuu Kana Diigurraa Humni Isa Dhaabu hin jiru .
#Oromoo sababuma #Oromoo tahee mirga oromoof falmu kan Seeraan ala hidhu, dararuufi ajjeesu #EthiopianEmpire waan taateef #Oromoon #Impaayera ilmaanshee gadadoof kenite kana ofirraa yeroodhumaaf gaggeessuu qaba. #WBO #Qeerroo #OLA Cinaa dhaabbadhaa #Oromo
https://t.co/40mmIAo5PH
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.5M followers

Barack Obama 
@barackobama
118.8M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.5M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.9M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.3M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
90M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
84M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.5M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.5M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.9M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.5M followers

Bill Gates 
@billgates
65.2M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
63.1M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.2M followers

CNN 
@cnn
61.7M followers

X 
@x
60.7M followers







