Top Tweets for #seenaa
Oromoon haalota isa daangessuuf qabsoo guddaa gaggeessan jalatti, Warraaqsa #Aadaa, #Seenaa fi #Eenyummaa jajjabaa taasisaa jira.
- Sochiiwwan Ayyaanoota gugurdaa akka irreechaa irratti taasisaa jiru
-Jila Gadaa akka “Wal Harkaa Fuudhinsa Baallii”
-Godaansa Gadaa
-Warraaqsaa Seenaa Afaaniin Darbaa ture Sirna Barreeffamaatti madaksuu
-Bifa Simpoosiyemaa fi Aartii adda addaan dhaloota Tekinolojiin of jibbisiisaa jiru, Seenaa fi Eenyummaa isaa barsiisuu fi kkf akka fakkeenyaatti kaasuu dandeenya.
Wanni kun Hundi Bajata Sirnaatiin yookan Ispoonsarummaa Isa madaaluun kan Hojjetaman miti. Sochii taasifamu hundatti gatiin kafalamee akka ta’e hubatamuu qaba. Gatii Maallaqaa haga Lubbuu qaalii.
Hojiiwwan tokko tokko (Keessumaa kan Gama aartii fi Barreeffamaa ykn Kitaabolee) hir’ina akka qaban beekamaadha. Qeeqa sirreeffamaa taasisuun, Jaalala waan ofiitiif qaban irraa akka madde ni hubatama. Namni dogoggore “Haa Fannifamu” jechuun garuu rakkoodha. Artistonni fi Barreessitoonni Isponsara malee hojjetan galata qabu. Dogoggoroota taasisaniif Qeeqa fudhatanii kan fooyya’insa agarsiisaa bulan ammoo caalatti galanni isaanii dachaadha.
Aadaan Ummata Kamiiyyuu Bajataa fi Biiroo isa hogganu Caaseffama Birokiraasii Mootummaa keessaa ni qaba. Kan Oromoos (Biiroo Aadaa fi Turisimii Oromiyaa). Akka Carraa ta’ee kan Oromiyaa adda. Bajata isaatiin Aadaa Oromoo siyaasessuu, Bacancarsuu, Tarkaanfii isaa duubatti harkisuu fi Warraaqxota rukutuun beekama.
Yeroo Warraaqxota fi Artistota qeeqnu, Kaabinee Sirnaaf tumsa akka hin taanetti of eeggannaadhaan haa ta’u jechuu barbaadeeni.
BAGA AYYAANA FAASIKAA GEESSAN
AYYAANA GAARII!
#ጽዱ ኢትዮጵያ/Neat Ethiopia!
Only #neat mind can ensure this #fertile vision!
#Muldhata biyya qulqulluu dhaalchisuuf bocame, Kan #seenaa boriif dhimmame,
Milkeessuu wayya hanga humni keenya hayyame!
#Waamicha MM keenyaa kan #qulqullina biyyaa milkeessuuf lammiin hundi....

“Clean Streets – Healthy Lives”
As we embark on this new initiative, I call upon all Ethiopians to contribute their share in creating cities that are conducive for everyone.
#CleanEthiopia
@AbiyAhmedAli #ጽዱ ኢትዮጵያ/Neat Ethiopia!
Only #neat mind can ensure this #fertile vision!
#Muldhata biyya qulqulluu dhaalchisuuf bocame, Kan #seenaa boriif dhimmame,
Milkeessuu wayya hanga humni keenya hayyame!
#Waamicha MM keenyaa kan #qulqullina biyyaa milkeessuuf lammiin hundi.....

@PMEthiopia @AbiyAhmedAli #ጽዱ ኢትዮጵያ/Neat Ethiopia!
Only #neat mind can ensure this #fertile vision!
#Muldhata biyya qulqulluu dhaalchisuuf bocame, Kan #seenaa boriif dhimmame,
Milkeessuu wayya hanga humni keenya hayyame!
#Waamicha MM keenyaa kan #qulqullina biyyaa milkeessuuf lammiin hundi.....

#ጽዱ ኢትዮጵያ/Neat Ethiopia!
Only #neat mind can ensure this #fertile vision!
#Muldhata biyya qulqulluu dhaalchisuuf bocame, Kan #seenaa boriif dhimmame,
Milkeessuu wayya hanga humni keenya hayyame!
#Waamicha MM keenyaa kan #qulqullina biyyaa milkeessuuf lammiin hundi.....

PM @AbiyAhmedAli unveils plans to construct modern, clean, & dignified public restrooms, with a strong emphasis on community involvement in their construction. The initiative, named ‘Clean Ethiopia,’ includes a fundraising component under the theme ‘Clean Cities – Healthy Lives.'

Tulluu qaxxaamuree
Laga addaan hiraa
Yaaddoon nutii furee
Daandii diinaa ciraa
Haqaakoo naf eegun
Shiiraaf dabaa diigaa
Dadhabu suksukuun
Yoo danda'ee fiigaa
~
Fagaatus karaan koo
Didee warra cubbuu
Rakkoof harkaa kennee
Sin dagadhu lubbuu..!💕
Jaal #Seenaa _Oromia

#Seenaa rirmi hin nyaatu kan jedhee Oromoo barsisee enyuu? Never forget❤️💚❤️


#Morokkoon #seenaa hedduu Hojatte :
1. #Afrikaaf Seenaa hojjatte.
2. #Muslimaaf seenaa hojjatte.
3. Arabaafis seenaa hojjatte.
Morokkoof carraa gaarii hawwinnaaf!!
@turaganya @MoluKalicha @AKabelo @GuyoHaro
@BikiltuMosisa1 #Seenaa haaraa!
Adeemsa Itoophiyaa haaraa,
Kan #eegeerraa gara gaafaa,
#Wabii diinagdee bara ammaa,
#Beekaan ragaan deeggaree hima!
#Fuuldurri keenya ifa,
#Dhugaa dubbanna maaltu dhufa?
#New history!
#New journey from tail to horn!
#Guaranteed Ethiopian prosperity!
ይሄ ሰው ጦቢያ አትፐርስም የሚለውን ሰውዬ ሚመስለኝ እኔን ብቻ ነው 🤔
#Seenaa

Last Seen Hashtags on Sotwe
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.5M followers

Barack Obama 
@barackobama
118.8M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.5M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.9M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.3M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
90M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
84M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.5M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.5M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.9M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.5M followers

Bill Gates 
@billgates
65.3M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
63.1M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.2M followers

CNN 
@cnn
61.7M followers

X 
@x
60.7M followers


























