Top Tweets for #SABNI
#Sabni ijaarramee, hidhan*noo, siyaasaa fi diinagdeen jabaate kabajamee jiraata. Addunyuma hardha keessa jiraannutu Addunyaa laafan badee, inni humna qabuu fi ijaarrame moo'ee kabajamee jiraatudha.
#Uummanni Oromoo baga gammaddan
#Eebbifamtoota haaraa W*B*O Zoonii Giddu galaa
Jaal @booreelammii1 described it well!
ππ½ππ½
π#Survival of the fittest (Charles Darwin)
```````````````````````````````````````
π#Addunyaa warri humna qabu warra humna hin qabne meeshaa godhatan keessatti, #Sabni humna hin qabne gatiinsaa xiqqoo dha.
πΏ #Impaayera tana keessatti Oromoon Bakka 4 tti du'a.
1:-#Mana_Baruumsatti_du'a. Cariculemin Barnoota akka jiruu hiyyeessaa waggaa waggaan jijjiiramu Kun jalqaba barsiisaa ajjeesa, barsiisan immoo barataa ajjeesa. Barsiisan Sirna Barnoota ministeera Barnoota baananiifuu hin galle hojiitti hiikuutti mataa luqqa'a, garaan barataammoo isaan luqqa'a.
π#Doktorri akkasiin eebbifamu dhukkubsataa ajjeesa, #Enginerri Ijaarsa Ajjeesa, #Abbaa_seeraa Haqa Ajjeesa, #Management bulchiinsa ajjeesa. Ida'amnisaammoo #Saba Ajjeesa Sabni du'e #biyya Ajjeesa.
Dhaloonni riphe lolaa kasaarte harka namicha Birhaanuu naggaa jedhamutti du'ee harka Birhaanuu Juulatiin Awwaalama.
2ffaa:-#Dirree_Waraanitti du'a jechuu kooti. Oromoon Jumlaan Affasamee ofis, Amaaras, Tigrees lolaa ture lolaas jira. Lola TPLF waliin ta'e qofa irratti lubbuu 550k oltu bade. Isaan keessaa walakkaan Oromoo akka ta'e hin shakkisiisu. Lubbuun bade Kun tigraayi Finfinnee geesse jiraa? Finfinneehoo tigraayi geessee jiraa? Jarri Kun maalirratti akka wal lolan maalirratti akka araaraman lubbuun biyyee ta'e Kun waan beeku qabaa? Akkamitti waraabessa harreerraa eeguf lubbuun Amma kanaa lafatti bada? Gaaffii sammuunkoo na gaafate dha.
3ffaa:-#Barnoota_Dhabee du'a!
Dhaloonni barate gaaffii mirgaa gaafata. (B.J.Taaddasaa Birruu)
Yoo hin baranne namni meeshaa waaqni warra Barateef tolche ta'a jechuu dha.
Oromiyaa keessa manni Barnootaa hin jiru, manni yaalaa hin jiru. Sammuun ijoollee dibbeessa rasaasaan dhiphachaa guddata. Akka bara durii fagaatee barachuufuu sammuunsa du'ee dhalata. Hattuu, Araadduu ta'a, biyyaaf biyyoo hin beeku, jaalalaaf jibba hin beeku.
πDhaloonni hin baranne Kun Du'aa deemu jechuu dandeenya. awwaalcha qofa eeggata
4ffaa:-#karaarratti Du'a. Minishaanis dhayee ajjeesa, kaabineef kaadireenis tumtee ajjeesti. Lafarraa meeshaa guddaan Qilleensarraan Diroonitu ajjeesa. Beela'ee karaarratti goga. Dhukkubsatee du'ee biyyoo ta'a.
Walumaa galatti Sabni humna hin qabne dhageettii hin qabu. Sabni dhageettii hin qabne du'aaf jiraansaas gatii hin qabu.
Oromiyaatti Gatiin #foonii qaala'eet gatiin #namaa rakase. Namni du'ee waliif gadduu dagateet natti ajaawaa qofaaf reeffa ofirraa fageessa. taatus Ammayyuu rafaa Jirra, Sabni akkasiin jiru Kun Ammayyuu ciree wal qircata, gatii qaalessee wal gurgura ofis Gabaa dhabee of gurgura. Beekaa gula hin galu beekee waliin galu. Cabaa sukkuummata, ciisee gangalata. gatii namaa eenyutu rakasiiseree?
π Si biratti #Gatiin namaa meeqaa?
@followers @highlight
Godaannisa Seenaa

#Sabni olmaa kana dagaate nama kana diinaaf dabarse kenne gale raafe #Bilisoome ofiin ofii bulchaa abdii jedhu nama keessaati dukkannaa'a.#Oromoon osoo dhugaman bilisoomee ofiin ofii bulchuf kan qabsaa'u taa'e nama qabsoo sabaa kanatif arsaa kafale hundaa ni kabaja ni tiksa ture.

#StuffABusNI has gone 'virtual' this year π but we will miss it and we think you will tooπ
. We want to share some great #SABNI memories with you π₯ ! Click the link to donate virtually π https://t.co/MgmmDTMDun @U105radio @SVP_Ireland @salvationarmyuk @BelfastLive
Happy birthday @EamonnHolmes and thanks for your help with our Christmas Stuff A Bus Campaign #SABNI https://t.co/H9ILfsOhsZ ^JC
Fun Fact Friday: Did you know that @EamonnHolmes the legendary T.V presenter turned 60 this week? Happy Birthday Eamonn!
Back in 2005 Eamonn played the Magic Mirror in Snow White and the Seven Dwarfs. Did you see the show? Who was your favourite character?

Armagh Bus Depot- we think youβre fab! #SABNI appeal is getting ready for the big day - December 17th!

#sabni w ghadar beya
Road trip through Ontario on #CanadaDay and it doesn't get more #canadian. #Canada #sabni⦠https://t.co/f0ynNXxzuM

From The Tomb Of #Sabni β 6th Dynasty | Tombs Of The Nobles. #Aswan, #Egypt | #Egyptology #Archaeology #AncientEgypt

Last Seen Hashtags on Sotwe
daddy shower
Seen from France
anxiouspandaa
Seen from Netherlands
playanudista
Seen from Argentina
minichatt() + filter:videos
Seen from United States
xxapple_e
Seen from Germany
ζι³ι²ηΉ
Seen from Japan
momson()**filter:native_video()
Seen from Spain
ΰΈΰΈ§ΰΈΰΈͺΰΈ²ΰΈ§
Seen from Thailand
femboy
Seen from United States
hoe
Seen from Oman
Most Popular Users

Elon Musk 
@elonmusk
241.5M followers

Barack Obama 
@barackobama
118.8M followers

Cristiano Ronaldo 
@cristiano
114.5M followers

Donald J. Trump 
@realdonaldtrump
111.9M followers

Narendra Modi 
@narendramodi
107.1M followers

Rihanna 
@rihanna
98.7M followers

NASA 
@nasa
92.3M followers

Justin Bieber 
@justinbieber
91.8M followers

KATY PERRY 
@katyperry
90M followers

Taylor Swift 
@taylorswift13
84M followers

Lady Gaga 
@ladygaga
75.5M followers

Virat Kohli 
@imvkohli
73.4M followers

Kim Kardashian 
@kimkardashian
70.8M followers

YouTube 
@youtube
68.8M followers

Neymar Jr 
@neymarjr
66.4M followers

Bill Gates 
@billgates
65.2M followers

Selena Gomez 
@selenagomez
63.1M followers

The Ellen Show
@theellenshow
62.2M followers

CNN 
@cnn
61.7M followers

X 
@x
60.7M followers










